Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hawwiin Itiyoophiyaa barootaf ture dhugoome – obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Qaammee 4, 2017(FMC) – Eebbifamuun Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa hawwii Itiyoophiyaa barootaf ture dhugoomse jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan.…
Ijaarsi Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa xumurame – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Qaammee 4, 2017(FMC) – Ijaarsi Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa xumurame jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Murannoo Itiyoophiyaa fi carraa egeree…
Dhaabbileen Amantaalee Itiyoophiyaa Hidhi Haaromsaa eebbifamuu hordofee ergaa baga gammaddanii…
Finfinnee, Qaammee 4, 2017(FMC) – Dhaabbileen Amantaalee Itiyoophiyaa Hidhi Guddichi Haaromsaa Itiyoophiyaa eebbifamuu hordofee ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.
Paatiriiyaarikiin Mana…
Hidhichi Seenessa hindanda’amuu kan jijjiire carraaqqii, dhiigaa fi dafqa Itiyoophiyaanotaati…
Finfinnee, Qaammee 4, 2017(FMC) – Pireezidaantoonni naannolee Itiyoohiyaa adda addaa eebbifamuu Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa hordofee ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.
Hidhichi…
Pireezidaantoonni naannolee eebbifamuu Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa hordofee ergaa baga…
Finfinnee, Qaammee 4, 2017(FMC) – Pireezidaantoonni naannolee Itiyoohiyaa eebbifamuu Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa hordofee ergaa baga gammaddanii dabarsan.
Sanyiin har’a…
Naannawaa qilleensaa Itiyoophiyaa fi hidhichaa sirnaan kan eegu Humni Qilleensaa cimaan ijaarame –…
Finfinnee, Qaammee 4, 2017(FMC) – Birmadummaa Naannawaa qilleensaa Itiyoophiyaa fi Hidha Haaromsaa sirnaan kabachiisuu kan danda’u Humni Qilleensaa cimaan ijaarameera jedhan Ajajaa Olaanaan…
Hidhi Guddichi Haaromsaa Itiyoophiyaa Piroojektii guddicha Afrikaanootaati – Pireezidaanti Ismaa’eel…
Finfinnee, Qaammee 4, 2017(FMC) – Hidhi Guddichi Haaromsaa Itiyoophiyaa Piroojektii guddicha Afrikaanootaati jedhan Pireezidaantiin Jiibuutii Ismaa’eel Oomaar Geelleen.
Waggoota 14…
Hidhichi fayyadamummaa waloo kan mirkaneessuudha – Pireezidaanti Hasan Sheek Mahaammud
Finfinnee, Qaammee 4, 2017(FMC) – Hidhi Guddichi Haaromsa Itiyoophiyaa fayyadamummaa waloo kan mirkaneessuudha jedhan Pireezidaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud
Guddinni naannichaa…
Hidhichi Afrikaanoota hundaaf mallattoodha – Pireezidaanti Wiiliyaam Ruutoo
Finfinnee, Qaammee 4, 2017(FMC) – Hidhaan Guddichi Haaromsa Itiyoophiyaa mallattoo fi fakkeenya Afrikaanoota hundaati jedhan Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon.
Piroojektoonni…
Sudaan Kibbaa Hidhicharraa Anniisaa argachuuf yeroo dhihootti Waliigaltee ni mallatteessiti-…
Finfinnee Qaammee 3, 2017 (FMC)- Sudaan Kibbaa Hidha Guddicha Haaromsaarraa Anniisaa argachuuf yeroo dhihootti Waliigaltee ni mallatteessiti jedhan Pireezidaantiin biyyattii Saalvaa kiir…