Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pilaat foormiin viiziiti Itiyoophiyaa jedhamu ifoome
Finfinnee, Adoolessa 1, 2017 (FMC) –Qabeenya Tuurizimii Itiyoophiyaan qabdu beeksisuu fi dhaadhessuuf kan oolu Pilaat foormiin mandhaleen 'viiziiti' Itiyoophiyaa jedhamu ifoomeera.
Pilaat…
Yaa’ii BRICS irratti diinagdee dandamataa ijaaruuf tumsi barbaachisaa ta’uun hubachiifameera-…
Finfinnee, Adoolessa 1, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Pilaaniifi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan Yaa’ii BRICS 17ffaa irratti diinagdee dandamataa ijaaruuf tumsi barbaachisaa ta'uun…
Guddinni diinagdee Itiyoophiyaan galmeessite Afrikaanoota guddina caaluuf onnachiisa –…
Finfinnee, Adoolessa 1, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Koomooroos Azaalii Asumaaniin guddinni diinagdee Itiyoophiyaan galmeessite Afrikaanoota guddina caaluuf onnachiisa jedhan.…
Buufanni xiyyaaraa Teeppii hojii eegale
Finfinnee, Adoolessa 1, 2017 (FMC) – Buufanni xiyyaaraa xiqqaan Teeppii waggoota dheeraa booda guyyaa har’aa irra deebiin tajaajila kennuu eegaleera.
Ministirri Ministeera Geejjibaafi…
Hojiin sagantaa Ashaaraa Magariisaa eegumsa biyyoo fi Bishaaniin walitti hidhuu bal’inaan hojjetamaa…
Finfinnee, Adoolessa 1, 2017 (FMC) –Hojiin eegumsa biyyoo fi Bishaanii waqtii Bonaa hojjetamaa ture sagantaa Ashaaraa Magariisaan walitti hidhuun bal’inaan hojjetamaa jira.
Ministirri…
Hirkattummaa hambisuun lammiilee rakkoolee adda addaaf saaxilaman humna ofiin deeggaruun dhimma…
Finfinnee, Adoolessa 1, 2017 (FMC) – Hirkattummaa hambisuun lammiilee rakkoolee garaagaraaf saaxilaman humna ofiin deeggaruun dhimma birmadummaati jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee…
Barattoonni Saayinsii Hawaasaa qormaata xumura kutaa 12ffaa fudhachaa jiru
Finfinnee, Adoolessa 1, 2017 (FMC) – Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa barattoonni Saayinsii Hawaasaa kumni 200 fi kumni 99 qormaata xumuraa kutaa 12ffaa fudhachaa jiraachuu hime.…
Dooktar Abiy Ahimad hojjettoota Waajjira Ministira Muummee waliin biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Adoolessa 1, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa har’aa hojjettoota Waajjira Ministira Muummee waliin biqiltuu dhaabaniiru.
Ministirri Muummee…
Yaa’ii BRICS cinatti mariin hariiroo biyyoota garaagaraa waliin jiru cimsan gaggeeffamaniiru –…
Finfinnee, Waxabajii 30, 2017(FMC) - Yaa’ii BRICS cinatti hoggantoota biyyoota garaagaraa waliin mariwwan gamlamee hariiroo biyyootaa cimsan gaggeeffamaniiru jedhan Ministirri Ministeera…
Aanaa Gursumitti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 6 darbe
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2017 (FMC)- Godina Harargee Bahaa Aanaa Gursumitti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbe.
Balaan kun konkolaataan deddeebisaa uummataa aanaa…