Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Amaaraatti tatamsa’inni dhibee Busaa dabalaa dhufuu himame
Finfinnee, Onkolooleessa 3, 2013 (FBC)- Naannoo Amaaraatti tatamsa’inni dhibee Busaa dabalaa dhufuu Inistityuutiin Fayyaa Hawaasaa naanniicha beeksise.
Naannichatti bara baajata 2012…
Oromiyaatti Namoonni Dabalata 90 Vaayrasii Koroonaatin Qabaman
Finfinnee, Onkolooleessa 3, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 90 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo…
Dirooniin qajeelfama sakkata’insa nageenyaa barbaachisu guutee akka hin gallee dhorkame kan hin…
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2013 (FBC) - Dirooniin qajeelfama sakkata’insa nageenyaa barbaachisu guutee akka hin gallee dhorkame kan hin jirre ta’uu Daayrekatarri olaanaa Ejansii…
Aadaa wal kabajuu uummattoota Ityoophiyaa gidduu jiru cimsuuf shoorrii dhaabbilee amantaa olaanaadha…
Finfinnee, Onkolooleessa 3, 2013 (FBC)- Ministeerri
Nageenyaa minseensa boordii yaa’ii dhaabbilee amantaa waliin har’a marii gaggeesseera.
Marichaanis aadaa wal kabajuu uummattoota…
Manneen barnootaaf haguuggii Afaanii fi Funyaanii miiliyoona 50 rabsuuf qophii ta’uu Ministeerri…
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2013 (FBC) - Manneen barnootaaf haguuggii Afaanii fi Funyaanii miiliyoona 50 rabsuuf qophii ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Naannoo Affaar…
MM Dr. Abiy Ahimad Preezdaanti Isaayyas Afawarqii waliin Hidha Haaromsaa daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Preezdaanti Isaayyas Afawarqii waliin Hidha Haaromsaa daawwatan.
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy…
Magaalaa Booreedatti himatamtoonni lubbuu namaa baleessa hidhaan adabaman
Finfinnee, Onkolooleessa 3, 2013 (FBC)- Harargee bahaa magaalaa Booreedatti himatamtoonni seeraa jala turan ajjeechaa sukanneessa raawwatan 2 hidhaa waggaa 18tin akka adabamaniif murtoon…
Eejansichi diinagdee digiitaalaa haleellaarra bifaa eegeen hojiirra oolmaa ce’uumsa waggoota shaniif…
Finfinnee, Onkolooleessa 3, 2013 (FBC)- Eejansiin Nageenya odeeffannoo diinagdee digiitaalaa haleellaarra bifaa eegeen hojiirra oolmaa ce’uumsa waggoota shaniif dirirsee eegalu beeksiseera.…
Raayyaan Ittisaa Biyyaa ergama kamiyyuu raawwachuuf haala gaarii irratti argama – Ministeera Raayyaa…
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2013 (FBC) - Raayyaan Ittisaa Biyyaa ergama kamiyyuu raawwachuuf haala gaarii irratti kan argamuu ta’uu Ministirri Raayyaa Ittisaa Dooktar Qana’aa Yaadataa ibsan.…
Baatii Fulbaana konkolaachiftoonni seeraa fi danbii tiraafikaa darban kuma 10 ol adabaman – Ejansii…
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2013 (FBC) - Baatii Fulbaana darbe konkolaachiftoonni seeraa fi danbii tiraafikaa darban kuma 10 ol adabamuu Ejansiin Hoggansa Tiraafikaa Finfinnee beeksise.…