Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Laallibalaan naannawaa addaa agarsiiftuu ogummaa, mul’ataa fi cimina Itiyoophiyaanootaati…
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) – Laallibalaan naannawaa addaa, agarsiiftuu ogummaa, mul'ataa fi cimina Itiyoophiyaanootaa ta'uu Ministirri Ministeera Tuurizimii Salamaawiit Kaasaan ibsan.…
Jala bultiin Ayyaana Dhalachuu Iyyesuus Kiristoos faarfannaa fi galateeffannaan kabajamaa jira
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) – Jala bultiin Ayyaana Dhalachuu Iyyesuus Kiristoos faarfannaa fi galateeffannaan Mana Amantaa Kiristaanaa Kaateediraalii Madihaani'alemii Booleetti kabajamaa…
Pireezidaantoonni naannolee garaagaraa ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) –Pireezidaantoonni naannoolee Amaaraa, Somaalee fi Bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay ergaa baga geessanii dabarsan
Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Amaaraa…
Embaasiwwanii fi Dhaabbileen idil addunyaa ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) – Embaasiwwanii fi Dhaabbileen idil addunyaa teessoo isaanii Magaalaa Finfinnee taasisan ayyaana Dhaloota Iyyesuus Kiristoos sababeeffachuun ergaa baga…
Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Qillee ilaalchisee ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimd Ayyaanaa Qillee sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Erga isaaniin baga Ayyaana Dhalachuu…
Konfiraansiin Yaa’ii dursaa Yaa’ii Idilee Paartii Badhaadhinaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) – Konfiraansiin Yaa’ii dursaa Yaa’ii Idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaa gaggeeffamaa jira.
Yaa’iin dursaa Yaa’ii Idilee waliigalaa 2ffaa Paartii…
Barsiifata dhiifamaa fi araaraa dhaloota Kiristoos irraa dhaalle, galaa imala jireenya keenyaa…
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) –Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badaadhina Damee Oromiyaa Obbo Kaffaaloo Tafarraan Ayyaan Qillee sababaeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.…
Du’aan boqochuu Obbo Bulchaa Dammaqsaa hordofee Pireezidaanti Taayyeen gadda itti dhagahame ibsan
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) – Du’aan boqochuu qabsaa’aa gameessa Oromoo Obbo Bulchaa Dammaqsaa hordofee Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsaqasillaaseen gadda itti dhagahame ibsaniiru.…
Aadde Adaanech Abeebeen ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) – Kaantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Qillee sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Iyyesuu Kiristoos dallaa…
Daandii Hayyummaa Obbo Bulchaa Dammaqsaa
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC)- Hayyootaa fi Gameeyyii dacheen Boojjii Dirmajjii biqilchite keessa Obbo Bulchaa Dammaqsaan isaan tokko.
Obbo Bulchaan Wayita Paarlaamaatti miseensa…