Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ijaarsi Hidhichaa xumuramuun Itiyoophiyaafis ta’ee biyyoota ollaaf seenaa guddaadha – Amoorii…
Finfinnee, Qaammee 4, 2017(FMC) – Ijaarsi Hidha Guddicha Haaromsaa xumuramuun Itiyoophiyaafis ta’ee biyyoota ollaaf seenaa guddaadha jedhan Ministirri Muummee Baarbaadoos Amoorii Mootiliin.…
Itiyoophiyaanonni seenaa fi milkaa’ina darberra seenaa caalu hojjechuuf qophaa’uu qabu- Dooktar Abiy…
Finfinnee, Qaammee 4, 2017(FMC) – Itiyoophiyaanonni Seenaa fi milkaa’inoota hanga ammaatti galmaa’an lakkaa’uurra piroojektota badhaadhina biyyattii dhugoomsan biroof qophaa’uu akka qaban…
Dooktar Abiy qaamoolee Hidhi Guddichi Haaromsaa akka xumuramu gumaacha taasisaniif Badhaasa…
Finfinnee Qaammee 4, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad qaamoolee Hidhi Guddichi Haaromsa Itiyoophiyaa akka xumuramuuf gumaacha taasisaniif Badhaasa Nishaanii Kabajaa…
Itiyoophiyaan ijaarsa Piroojektii guddaa Gabbisa Niwukilaraa yeroo dhiyootti ni eegalti – Dooktar…
Finfinnee, Qaammee 4, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan yeroo dhihootti ijaarsa Piroojektii gabbisa niiwukilaraa kaayyoo nagaaf oolu kan Hidha Haaromsaa waliin walsimu ni eegalli jedhan Ministirri…
Itiyoophiyaan faayidaa malee miidhaa biyyoota ollaashee hinfeetu- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Qaammee 4, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan faayidaa malee miidhaa biyyoota ollaashee akka hinfeene ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.…
Siidaa Bu’aa tokkummaa, dandamannaa fi Cichoominaa kan ta’e Hidha Haaromsa Guddicha Itiyoophiyaa…
Finfinnee, Qaammee 4, 2017 (FMC) – Har’a siidaa bu’aa tokkummaa, dandamannaa fi cichoomina biyya kan ta’e, Hidha Haaromsa Guddicha Itiyoophiyaa xumuruu yemmuu kabajnu, seensa bara haaraarra…
Adwaa 2ffaan Gubaarratti dhaloota kanaan hojjetameera – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Qaammee 4, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Abiy Ahimad Adwaa 2ffaan Gubaarratti dhaloota kanaan hojjetameera jedhan.
Hidhaan haaromsaa seenaa ummattoota guraachoota…
Miidiyaaleen idil-addunyaa waa’ee Hidha Guddicha Haaromsaa maal jedhan?
Finfinnee, Qaammee 4, 2017 (FMC) – Ibsituu sabdaneessummaa Itiyoophiyaa kan ta’e Hidhi Guddichi Haaromsaa Itiyoophiyaa xumuramee eebbaaf ga’uun isaa xiyyeeffannaa dhaabbilee miidiyaa idil…
Siidaan Cophaa eebbifame
Finfinnee, Qaammee 4, 2017 (FMC) – Siidaan Copha Hidha Guddicha Haaromsaatti ijaarame Giiftii duree Zinnaash Taayyaachoo fi Ministira Muumme Baarbaados Miyaa Mootiliin eebbifameera.…
Hoggantoota biyyootaa garaagaraa sirna eebbaa Hidha Haaromsaarratti argaman
Finfinnee, Qaammee 4, 2017 (FMC) – Xiiqii waggoota hedduu Itiyoophiyaanotaa kan ture ijaarsi Hidha Haaromsaa xumuramee sirni eebba isaa Gubaatti geggeeffamaa jira.
Sirna eebbaa kanarratti…