Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kenni Tajaajila Mootuummaa sirnaawaa fi si’ataa akka ta’u mirkaneessuuf kutannoon qabnu ittifufa…
Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Bara kana yoo xumurru Kenni Tajaajila Mootuummaa sirnaawaa fi si’ataa akka ta’u mirkaneessuuf kutannoon qabnu akka ittifufetti jira jedhan Ministirri…
Waliigaltee hojii misoomaa “Oromia Sovereign Fund” fi “MIDROC Investment…
Finfinnee, Qaammee 5, 2017 (FMC)- Waliigaltee hojii misoomaa "Oromia Sovereign Fund" fi "MIDROC Investment Group" gidduutti taasifame tarkaanfii dheeraa abdii guddaan eegaleedha jedhan…
Rakkoo bulchiinsa gaariifi alseerummaa hambisuu keessatti wiirtuun tajaajila iddoo tokkoo shoora…
Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Rakkoo bulchiinsa gaariifi alseerummaa hambisuu keessatti wiirtuun tajaajila iddoo tokkoo shoora olaanaa qaba jedhan Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii…
Kaawunsiliin Manneen Amantaa Hordoftoota Wangeelaa Itiyoophiyaa eebba Hidha Guddicha Haaromsaa…
Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Kaawunsiliin Manneen Amantaa Hordoftoota Wangeelaa Itiyoophiyaa eebba Hidha Guddicha Haaromsaa sababeeffachuun ergaa gammachuu dabarseera.
Kaawunsiliin…
Dooktar Abiy Pirezidaanti Saalvaa Kiir waliin mari’atan
Finfinnee, Qaammee 5, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa kiir Maayaardiit waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad gama Miidiyaa…
Dooktar Abiy Hasan sheek Mahaammud waliin mari’atan
Finfinnee, Qaammee 5, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy gama Miidiyaa Hawaasummaa…
Kan kabajnu jijjiiramuu baraa qofa miti jijjiiramuu seenaa dabalateeti- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Qaammee 5, 2017 (FMC)- Kan kabajnu jijjiiramuu baraa qofa miti jijjiiramuu seenaa dabalateeti jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri Muummee FDRI…
Manni Amantaa Kaatoolikii Itiyoophiyaa eebba Hidha Guddicha Haaromsaa sababeeffachuun ergaa…
Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Manni Amantaa Kaatoolikii Itiyoophiyaa eebba Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa sababeeffachuun ergaa gammachuu dabarsiteetti.
Yaa’iin…
Itiyoophiyaan har’arraa egeree ishee hojjechaa jirti- TKM
Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) - Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Itiyoophiyaan har’arraa egeree ishee hojjechaa jirti jedhe.
Itiyoophiyaan tattaaffii egeree ishee har’arraa…
Sagantaan xumura dhaabbii biqiltuu Ashaaraa magariisaa bara kanaa gaggeeffame
Finfinnee, Qaammee 4, 2017 (FMC) – Sagantaan xumura dhaabbii biqiltuu Ashaaraa magariisaa bara kanaa Gubaatti gaggeeffameera.
Dhaabbiin Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa baranaa mata duree '…