Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kaafamtoota misoomaaf manneenii fi bakki hojii kenname
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Ayyaana Qillee Sababeeffachuun kaafamtoota misoomaaf bakka hojii kennaniiru.
Abbootii qabeenyaa…
Iyyesuus Kiristoos dhala namaaf wareegama kaffale yaadachuun murteessadha – Abbootii…
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) – Ayyaanni Qillee waayita kabajamu Iyyesuus Kiristoos dhala namaaf wareegama kaffale yaadachaa jaalalaa fi araaraan kabajuun murteessaa ta’uu Abbootiin…
Pireezidaantonni Naannoolee ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) - Pireezidaantoonni Naannoolee garaagaraa Ayyaana Qillee sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Mootummaan naannoo kibba ergaa…
Aadde Sa’aadaan Ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) –Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaan Ayyanaa Qillee Sababeeffachuun erg baga geessanii dabarsaniiru.
Ergaa isaaniin, hordoftoonni Amantaa…
Baga guyyaa dhaloota Yesuus Kiristoos Nagaan Geessan- Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) -Pireezidaantiin Mootummaa Oromiyaa Shimallis Abdiisaan guyyaa dhalachuu Yesuus Kiristoos Sababaeeffachuun erga baga geessanii dabarsaniiru.
Ergaa…
Faana isaanii dhalootaf siidaa jiraata taasifnee kan darbarsina –Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Du'aan addunyaa kanarraa boqachuu Obbo Bulchaa Dammaqsaatin gadda itti dhaga’ame ibsan.…
Obbo Adam Faaraah Du’aa Boqochuu Obb Bulchaan gadda itti dhaga’ame ibsan
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) –Pireezidaantii Itti Aanaa Paartii Badhaadhinaa fi Sadarkaa Ministira Muummee Itti Aanaatti Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii…
Qabsa’aa gameessi Oromoo Obbo Bulchaa Dammaksaa du’aan boqochuun gadda guddaadha-BKO
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC)- Qabsa'aa gameessi Oromoo Obbo Bulchaa Dammaksaa du'aan boqochuun gadda guddaadha jedhe Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa.
Biirichi ibsa baaseen, Obbo…
Du’aan boqochuu Obbo Bulchaa Dammaqsaan Gaddi Itti dhaga’amuu Aadde Adaaneech ibsan
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC)- Du’aan boqochuu Obbo Bulchaa Dammaqsaan gaddi itti dhaga’amuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaaneech Abeebeen ibsan.
Aadde Adaaneech,Guddina…
Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Itiyoophiyaa ergaa baga geessanii dabarse
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) – Yaa'iin Dhaabbilee Amantaalee Itiyoophiyaa Ayyaanaa Qillee sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera.
Barreessaa Olaanaan Yaa’ii Dhaabbilee…