Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’iin Ministiroota Pilaanii, Misooma Diinagdee fi Faayinaansii Komishinii Diinagdee Afrikaa…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Yaa’iin Ministiroota Pilaanii, Misooma Diinagdee fi Faayinaansii Komishinii Diinagdee Afrikaa Mootummoota Gamtoomanii Finfinneetti taa’amuu eegale.…
Gaaffiiwwan dameewwan Barnootaa, Fayyaa, diinagdeefi biroorratti ka’aniif tibbana deebiin ni…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Gaaffiiwwan dameewwan Barnootaa, Fayyaa, diinagdeefi dameewwan oomishtootaa biroorratti ka’aniif turban kana keessa deebiin kan itti kennamu ta’uu…
Dooktar Abiy Godaantootaaf Sagantaa Afxiraa qopheessan
Finfinnee, Bitootessa 7, 2017(FMC) – Sagantaa Afxiraa Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Masaraa Biyyaalessatti halkan 2ffaaf qopheesaniin, godaantoonni biyyoota garaagaraarraa…
Agarsiifni Daldalaa mata duree “kan Itiyoophiyaa bitaa” jedhuu xumurame
Finfinnee, Bitootessa 7, 2017(FMC) – Agarsiifni Daldalaa mata duree “kan Itiyoophiyaa bitaa” jedhuun gaggeeffamaa ture xumurameera.
Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa…
Sagantaan Afxiraa Daandirraa marsaa 5ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 7, 2017(FMC) – Sagantaan xumuraa dorgommii Qur’aanaa biyyaalessaa fi Afxiraa daandirraa gaggeeffamaa jira.
Sagantaa Afxiraan dura Dorgommiin qur’aanaa mata duree…
Mootummaan Jijjiiramaa hudhaalee rogdanuu magaalota raasan furuuf inisheetivoota bocee hojjechaa…
Hangafa Inisheetivoota Magaalaa — Qusannaa, Liqiifi Invastimantii
Mootummaan Naannoo Oromiyaa, misooma magaalatiin galmoota tarsiima’oo afur, cehumsa hawaas-dinagdee magaalaatiif bu’uura…
Kutaa Magaalaa Malkaa Noonnootti Ijaarsi Pirojektii Gaaddisa Mana Murtii Aadaa eegale
Finfinnee, Bitootessa 7, 2017(FMC) – Magaalaa Shaggar Kutaa magaalaa malkaa Noonnootti ijaarsi pirojektii Gaaddisa Mana Murtii Ol dabarfataa eegaluun ibsame.
Magaalaan Shaggar galma…
Jimmatti Barattoonni Sagantaa Itiyoo koodarsiin leenji’an 842 eebbifaman
Finfinnee, Bitootessa 7, 2017 (FMC) – Magaalaa Jimmaatti Barattoonni Sagantaa Itiyoo koodarsiin leenji’aa turan 842 eebbifamaniiru.
Itiyoo koodarsiin mata duree "Itiyoophiyaa dijitaalaaf"…
Pirojektiin misooma Jallisii Godee oomishtummaa dabale jedhame
Finfinnee, Bitootessa 7, 2017 (FMC) -Pirojektiin misooma jallisii Godee baatii Mudde darbe eebbifamee tajaajila kennuu eegale Naannoo Somaaleef dandeettii oomishaa haaraa ta’eera jedhame.…
Sagantaan Afxiraa guddichi fi dorgommiin Quraanaa har’a geggeeffama
Finfinnee, Bitootessa 7,2017(FMC) - Sagantaan Afxiraa guddichii fi dorgommiin Qur'aanaa biyyaalessaa Mana Maree Isilaamummaa Ityoophiyaa Dilbata har'aa geggeeffama.
Waltajjiin…