Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti Pirojektiiwwan Finnaa 102 Birrii miiliyoona 18 oliin ijaaramaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Muddee 23, 2017 (FMC)-Naannoo Oromiyaatti pirojektiiwwan jallisii Finnaa hawaasa horsiisee bulaa fi qonnaan bulaa fayyadamaa taasisan 102 baasii Birrii biiliyoona 18 oliin…
Bara kana qonna Jallisii Bonaan Qamadii Kuntaalaa miilyoona 100 fi miiliyoona 73 oomishuuf…
Finfinnee, Mudde 23, 2017 (FMC) – Bara kana qonna Jallisii Bonaan Qamadii Kuntaalaa miilyoona 100 fi miiliyoona 73 oomishuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Hanga…
Naannolee Oromiyaafi Benishaangul Gumuzitti nagaa waaraa fiduuf hojiin qindoominaan hojjetame…
Finfinnee, Mudde 23, 2017 (FMC) –Naannolee Oromiyaafi Benishaangul Gumuzitti nagaa waaraa fiduuf hojiin qindoominaan hojjetame bu'aa galmeessuu ibsameera.
Ummanni naannolee lamaanii…
Mallattooleen seenaa akka Masaraa biyyaalessaa sadarkaa idil addunyaatti maqaa biyyaa ijaaruu…
Finfinnee, Mudde 23, 2017 (FMC) – Mallattooleen seenaa akka Masaraa biyyaalessaa sadarkaa idil addunyaatti maqaa biyyaa ijaaruu keessatti qooda olaanaa qabaachuu Waajjirri…
Hooggansi sadarkaan jiru rakkoo kenna tajaajilaa furuuf xiyyeeffannoo barbaachisu kennuu qaba…
Finfinnee, Mudde 23, 2017 (FMC) – Hoggansi sadarkaan jiru rakkoo kenna tajaajilaa furuuf xiyyeeffannoo barbaachisu kennuu akka qabu Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Hidhattoonni waamicha nageenya fudhatan Giddugala leenjii haaromsaa Saraabaatti simataman
Finfinnee, Mudde 23, 2017 (FMC) – Naannoo Amaaraatti hidhattoonni waamicha nageenya fudhatan Giddugala leenjii haaromsaa Saraabaatti simatamaniiru.
Hidhattoota waamicha nageenyaa…
Komishinichi Ajandaa Dargaggootaa fudhate
Finfinnee, Mudde 23, 2017 (FMC) –Dhaabbanni ‘Y Buntu Youth Peace Buliding Alliance’ jedhamu ajandaalee Dargaggootaa sadarkaa biyyaalessaatti walitti qabe Komishinii Marii Biyyaalessaaf…
Dooktar Geediyoon Ximootiwoos du’aan boqochuu Ministira Muummee duraanii Hindiif gadda itti…
Finfinnee, Mudde 22, 2017 (FMC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos, du’aan boqochuu Ministira Muummee duraanii Hindii Maanmohaan Siingiin gadda itti dhaga’ame…
Jallisii irratti xiyyeeffannoo taasifneen qonni Oromiyaa seenaa biyya keenyatti fuula haaraa uumuu…
Finfinnee, Mudde 22, 2017 (FMC) –Jallisii irratti xiyyeeffannoo taasifneen qonni Oromiyaa seenaa biyya keenyatti fuula haaraa uumuu danda'eera jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo…
Boordichi ABUT Yaa’ii waliigalaa akka gaggeessuu hubachiise
Finfinnee, Mudde 22, 2017 (FMC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Addi Bilisummaa Ummata Tigraayi (ABUT) yaa’ii waliigalaa akka gaggeessuu hubachiiseera.
ABUT bu’uura labsii lakkoofsa…