Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jira- Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2017 (FMC )- Pireezidaantii Itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdiin mootummaan fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jira…
Sagantaan Ashaaraa Magariisaa diinagdee biyyaa utubaa jira- obbo Addisuu Araggaa
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2017 (FMC )- Sagantaan Ashaaraa Magariisaa madaala uumaamaa tiksuun cinatti diinagdee biyyaa utubaa jira jedhan Sadarkaa Itti Aanaa Pirezidaantii Mootummaa Naannoo…
Itiyoophiyaa badhaate ijaaruuf tokkummaa sabdaneessaa cimsuu qabna- Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2017 (FMC )- Sadarkaa Ministira Muummeetti Hogganaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii obbo Adam Faaraah Itiyoophiyaa jabduufi badhaate ijaaruuf…
Marii Biyyaalessaa keessatti dargaggoonni gahee isaanii bahachaa jiru- Piroofeesar Masfin Ar’aayaa
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2017 (FMC )- Komishinarri Olaanaan Komishinii Marii Biyyaalessaa, marii biyyaalessaa keessatti hirmaannaan hawaasaa akka guddatuuf dargaggoonni gahee isaanii…
Godina Arsii Lixaatti duulli dhaabbii biqiltuu Ashaaraa Magariisaa eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2017 (FMC)- Godina Arsii Lixaatti duulli dhaabbii biqiltuu Ashaaraa Magariisaa eegalameera.
Godinichatti guyyaa har'aa biqiltuun akaakuu garaagaraa kumni100 fi…
Qormaataa fi Da’umsa
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2017 (FMC) – Barattoota Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhachurratti argaman keessaa shamarran lama qormaatarratti daa'ima ofkalan.
Barattoota qormaata…
Abbaan Alangaa Waliigalaa Godina Arsii tarkaanfii bulchiinsaan Birrii miiliyoona 900 kaaznaa…
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2017(FMC)- Abbaan Alangaa Waliigalaa Godina Arsii bara 2017 tarkaanfii bulchiinsaan Birrii miiliyoonni 900 kaaznaa mootummaatti deebi’e jedhe.
Waajjirri Abbaa…
Godina Jimmaatti Piroojektoonni kumni 1 fi 886 Birrii biiliyoonaa 5.5 hojjetaman – Bulchiinsa…
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2017 (FMC) – Godina Jimmaatti Piroojektoonni kumni 1 fi 886 Birrii biiliyoonaa 5.5 hojjetaman tajaajilaa banaa ta’aa jiru jedhe Bulchiinsi godinichaa.
Godina…
Tika madaala uumamaaf falli jiru uumama araarfachuu qofa- MNO
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2017 (FMC )- Addunyaa qormaata jijjiirama qilleensaan muddamaa jirtuuf falli biqiltuu dhaabuu; kan dhaabames ofiif jecha kunuunsuun madaala uumamaa tiksuudha jedhe…
Gara ofiin of bulchuutti ce’uuf maddoota galii keessoo babal’isuurratti hojjetamaa jira –…
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2017 (FMC) – Yuunivarsiitiin Salaalee gara ofiin of bulchuutti ce’uuf maddoota galii keessoo babal’isuurratti hojjechaan jira jedhe.
Humnaa fi leeccalloowwan…