Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni marichaa booru walga’ii idileesaa ni gaggeessa
Finfinnee,Waxabajjii 22,2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa FDRI booru walga'ii idilee 18ffaasaa ni gaggeessa.
Manni marichaa walga'ii idilee 18ffaa bara hojii 5ffaa…
Jaappaan Ityoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 4 laatte
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2012 (FBC) – Mootummaan Jaappaan, Ityoophiyaan dhiibbaa weerarri vaayrasii koroonaa qaqqabsisu ittisuuf tattaaffii taasiftuuf deeggarsa Doolaara Ameerikaa…
Sabbataa fi Jimmaatti sagantaan dhaabbii biqiltuu gaggeeffame
Finfinnee,Waxabajjii 22,2012 (FBC) – Sabbataa fi Jimmaatti sagantaan dhaabbii biqiltuu gaggeeffame.
Hoggansii fi hojjettoonni Ministeera Galiiwwanii fi dhaabbilee waamamoo,…
Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa qooddannaa soorataa baatii 4f turu har’a…
Finfinnee,Waxabajjii 22,2012 (FBC) – Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa qooddannaa soorataa baatii 4f turu har'a eegalchiisera.
Qooddannaan nyaataa kun namoota…
Ityoophiyaanonnii fi dhalattoonni Ityoophiyaa biyyoota alaa jiraatan faayidaa biyyaa kabachiisuuf…
Finfinnee,Waxabajjii 22,2012 (FBC) – Ityoophiyaanonnii fi dhalattoonni Ityoophiyaa biyyoota alaa jiraatan dhimma Hidha Haaromsaarratti faayidaa biyyaa kabachiisuuf mari'atan.
…
Karoora misoomaa waggaa 10rratti mariin ummataa gaggeeffamaa jira
Finfinnee,Waxabajjii 22,2012 (FBC) – Karoora misoomaa waggaa 10 Ityoophiyaarratti mariin ummataa gaggeeffamaa jira.
Karooricha kan qopheesse Koomiishiniin Plaanii fi Misoomaa…
Seenaataroonni Ameerikaa lama biyyi isaanii Hidha Haaromsaarratti ejjennoo walaba akka qabaattu…
Finfinnee,Waxabajjii 22,2012 (FBC) – Seenaataroonni Ameerikaa lama biyyi isaanii dhimma Hidha Haaromsaarratti ejjennoo walaba akka qabaattu xalayaadhan gaafatan.
Seenaatar…
Gabaasa qorannaa sa’aa 24tin namoonni 119 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa FDRI…
Finfinnee,Waxabajjii 21,2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24tin namoonni 119 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa FDRI beeksise.
Sa’aa 24 keessatti qorannaan samuudaa…
Abbaan qabeenyaa daldala waliin dhahuuf yaale saaxilummaa hojjettootaan harkaa harkaatti to’atame
Finfinnee,Waxabajjii 21, 2012 (FBC) – Hojjettoota komishinii gumuruukaaf matta’aa Birrii 200,000 kennuuf abbaan qabeenyaa daldala waliin dhahuuf yaale saaxilummaa hojjettootaan harkaa…
Namoonni 145 vaayrasii koroonaatin kan qabaman yoo ta’u, lubbuun namoota 5 darbeera
finfinnee, Waxabajjii 20, 2012 (FBC) - Ityoophiyaatti gabaasa qorannaa sa'aa 24tin namoonni 145 vaayrasii koroonaatin kan qabaman yoo ta’u, lubbuun namoota 5 darbeera.
Sa'aa 24 darbeen…