Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalichatti tibba ayyaanaa hanqinni dhiyeessii oomishaalee akka hin mudanne hojjetamaa jira…
Finfinnee, Mudde 21, 2017 (FMC) –Gabaa Ayyaana Qillee fi Cuuphaarratti hanqinni dhiyeessii oomishaalee akka hin mudanne hojjetamaa Jiraachuu Biiroon Daldalaa Magaalaa Finfinnee beeksise.…
Walga’iin Koree Giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa xumurame
Finfinnee, Mudde 21, 2017 (FMC) – Guyyoota sadan darbaniif taa’amaa kan ture Walga’iin Koree Giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa xumurameera.
Walga’ichi dhimmoota biyyaalessaa fi…
Fayyadamtoonni bishaan dhugaatii miiliyoona 74 qaqqabuun ibsame
Finfinnee, Mudde 21, 2017 (FMC)-Waggoottan jijjiiramaa darban hojiilee hojjetamaniin fayyadamtoonni bishaan dhugaatii miiliyoona 74 qaqqabuu Miseensii Koree Giddugaleessaa paartii…
Miseensonni Waraana Bilisummaa Oromoo leenjii Haaromsaa fudhachaa jiran hojiilee misoomaa daawwatan
Finfinnee, Mudde 21, 2017 (FMC) – Miseensonni Waraana Bilisummaa Oromoo leenjii Haaromsaa fudhachaa jiran magaalaa Adaamaatti hojiilee misoomaa daawwataniiru.
Miseensonni WBO walii galtee…
Ayyaana Qilleefi Cuuphaaf hanqinni dhiyeessii oomishaalee garaa garaa akka hin uumamne hojjetamaa…
Finfinnee, Mudde 21, 2017 (FMC) – Ayyaana Qilleefi Cuuphaaf hanqinni dhiyeessii oomishaalee garaa garaa akka hin uumamne hojjetamaa jiraachuu Biiroon Daldalaa Oromiyaa.
Biirichi hanqinni…
Barattoonni kumni 400 fi kumni 99 ol qormaata seensa Yuuniversiitii fudhachuuf galmaa’uu ibsame
Finfinnee, Mudde 21, 2017 (FMC) – Bara barnootaa 2017 qormaata seensa Yuunivarsiitii fudhachuuf hanga ammaatti barattoonni kumni 400 fi kumni 99 ol galmaa’uu Tajaajilli Barnootaa fi…
Masaraan biyyaalessaa haaromsame eebbifame
Finfinnee, Mudde 21, 2017 (FMC) – Masaraan biyyaalessaa haaromsamaa ture Bakka Ministirri Muummee DFRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti eebbifameera.
Hoggantoonni olaanoon mootummaa…
Shorokeessitoota 81 hidhaa waggaa 20 hanga waggaa 10’n akka adabaman itti murtaa’e
Finfinnee, Mudde 21, 2017 (FMC)-Oromiyaa Godina Harargee Lixaa fi naannawichatti gocha shororkesummaa kanneen raawwachaa turan shororkeesitoonni 81, hidhaa cimaa waggaa 20 hanga waggaa 10’n…
Dooktar Geediyoon Pireezidaantii Jiibutii waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 20, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiyoos Pireezidaantii Jiibutii Ismaa'eel Oomaar Giillee waliin dhimmoota waloo biyyoota…
Kitaabni ‘Ulmaa’ jedhu eebbifame
Finfinnee, Mudde 20, 2017 (FMC) – Kitaabni Ulmaa jedhu Gaazexeessituu Saamraawwiit Girmaatiin barreeffame Galma Giddugala Aadaa Oromootti eebbifameera.
'Ulmaan' maqaa hawwan da'umsarra…