Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manneen Fincaanii Uummataa 107 Magaalaa Guddittii Keessatti Ijaaraman Tajaajila Jalqaban
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti misooma koridarii hordofuun manneen fincaanii ummataa 107 ijaaraman tajaajila kennuu eegalaniiru.
Biiroo Miidhagina Magaalaa…
Fooyya’iinsichi bu’aa eegamu galmeessisaa jira- Obbo Maammoo Mihiratuu
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2017(FMC) – Bulchaan Baankii Biyyaalessaa fooyya’iinsi diinagdee gooroon agarsiistuu hundaanuu bu’aa irraa eegamu galmeessisaa jira jedhan.
Obbo Maammoo…
Dooktar Abiy Pireezidaantii Itti Aanaa Rippaablika Federaalaawaa Naayijeeriyaa waliin…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Itti Aanaa Rippaablika Federaalaawaa Naayijeeriyaa Kaashiim Sheentiimaa waliin…
Abbootii qabeenyaa damee Ijaarsaarratti hirmaataniif deeggarsi ni taasifama
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2017 (FMC )- Abbootii qabeenyaa biyya alaa damee ijaarsaarratti hirmaataniif deeggarsi barbaachisu ni taasifamaa jedhan Ministirri Ministeera Magaalaa fi…
Ogeeyyii miidiyaa waliin mariin seenessa waloo uumuuf gumaacha guddaa qaba – Hayyoota
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2017 (FMC) - Ogeeyyiin miidiyaa mootummaa waliin walitti dhiyeenyaan mari’achuun seenessa waloo uumuuf gumaacha olaanaa qaba jedhan hayyoonni miidiyaa fi…
Itiyoophiyaan uummata ishee waliin mari’achaa rakkoolee ce’aa milkaa’ina itti fufsiisti- TKM
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2017 (FMC)- Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Itiyoophiyaan uummata ishee waliin mar’achaa, rakkoolee ce’aa milkaa’ina ishee itti fufsiisti jedhe.…
Loojiifi Qe’een Ikkoo Tuurizimii Wancii- Dandii bakka dinqisiisaa qabeenya tuurizimii Itiyoophiyaan…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2017 (FMC)- Hoggantoonniifi ogeeyyiin miidiyaa Loojiifi Qe’een Ikkoo Tuurizimii Wancii- Dandii bakka dinqisiisaa qabeenya tuurizimii Itiyoophiyaan qabdu mul’isedha…
Hojiileen Itiyoophiyaa gara badhaadhinaatti ceesisan hojjetamaniiru-Dooktar Biqilaa Hurrisaa
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2017 (FMC)- Waggoottan jijjiiramaa darban hojiilee boonsaan Itiyoophiyaa gara badhaadhinaatti ceesisan hojjetamaniiru jedhan Paartii Badhaadhinaatti Itti…
Magaalichatti Mandarri indaastirii Birrii biiliyoona 7 ijaaramaa jiru yeroo dhiyootti tajaajilaaf ni…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2017 (FMC)- Magaalaa Finfinneetti mandara indaastirii Birrii biiliyoona 7 ijaaramaa jiru yeroo dhiyootti tajaajilaaf qaqqabsiisuuf hojjetamaa jira jedhan kantiibaan…
Hojiin fooyya’iinsaa damee loojistiksii cimsu hojjetamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2017 (FMC)- Ministeerri Geejjibaafi Loojistiksii hojiileen teeknooloojii diijitaalaa damee loojistiksii cimsuu danda’an hojjetamaa jiru jedhe.
Mariin rakkoo…