Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Misoomni Qonna Oomisha Appilii guddina agarsiisaa jira – Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy misoomni Qonna Appilii guddachaa jiraachuu eeraniiru.
#Oromia #Ityoophiyaa
Magaalaa Jigjigaatti sagantaan Afxiraa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) - Naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaatti sagantaan Afxiraa Obbolummaa fi nageenyaa ummata Afaarii fi Somaalee gaggeeffamaa jira.
Pireezidaantoota…
Ambaasaaddar Suuleyimaan Daddafoo fi Ambaasaaddar Misgaanuu Argaaf muudamni aangoo Ambaasaaddarummaa…
Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Ambaasaaddar Suuleyimaan Daddafoo fi Ambaaasaaddar Misgaanuu Argaaf muudama aangoo Ambaasaaddarummaa…
Jilli Obbo Awwal Aarbaa fi Obbo Mahaammad Idiriisiin durfamu magaalaa Jigjigaa gale
Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) -Jilli Pireezidaantii Naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaa fi Ministira Nageenyaa Obbo Mahaammad Idiriisiin durfamu Naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaa galeera.…
Paartiin Badhaadhinaa duudhaalee mandhaleef xiyyeeffannoo kennee hojjechaa jira- Dooktar Tasfaayee…
Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) – Paartiin Badhaadhinaa duudhaalee mandhaleef xiyyeeffannoo kennuun addunyaatti akka beeksifamaniif hojjechaa jiraachuu Mana Maree Bakka Bu’oota…
Aannaan Liitira biiliyoona 12 ol oomishuuf hojjetamaa jira – Ministeericha
Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) – Bara Oomishaa kana Aannaan Liitira biiliyoona 12 ol oomishuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Bakka buutoota dhaabbilee misooma…
Aanaa Dandiitti Balaa Tiraafikaan lubbuun namoota 6 darbe
Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) – Godina Shawaa Lixaa Aanaa Dandii bakka addaa annaanoo jedhamutti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbuun ibsame.
Balichi Konkolaataan…
Itiyoophiyaan Kooriyaa Kibbaaf michuu murteessaadha- Ambaasaaddar Dasee Daalkee
Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) – Hirmaannaa Kooriyaan Kibbaa gama daldalaafi invastimantiin Afrikaatti taasistuuf Itiyoophiyaan michuu murteessaa ta’uu Kooriyaa Kibbaatti Ambaasaaddarri…
Waltajjiin Nageenyaa fi Misoomaa Magaalaa Kamiseetti taa’aame
Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) – Naannoo Amaaraa Bulchiinsa Saba Oromoo fi Aanaalee Ollaa Godina Shawaa Kaabaa kan hirmaachise Waltajjiin Nageenyaa fi Misoomaa Magaalaa Kamiseetti…
Hawaasni tarsiimoolee misoomaa mootummaan diriirse milkeessuuf hirmaannaa isaa cimsuu qaba – Doktar…
Finfinnee, Bitootessa 1, 2017(FMC) – Hawaasichi tarsiimoolee misoomaa mootummaan diriirse milkeessuuf hirmaannaa isaa cimsee itti fufuu akka qabu Ministirri Ministeera Geejjibaa fi…