Browsing Category
Oduu biyya keessaa
namoonni 179 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa beeksise
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2012 (FBC) –Qorannaa sa'aa 24 gaggeeffameen namoonni 179 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Sa'aa 24 darbe keessatti qorannaan samuudaa…
Finfinneetti manneen qalmaa seeraan alaa 173 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2012 (FBC) - Finfinneetti manneen qalmaa seeraan alaa 173 irratti tarkaanfiin fudhatame.
Biiroon Nageenyaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee manneen qalmaa…
Miidhaa daa’immanii fi dubartoota irra ga’e hojiin adda baasu akka hojjetamu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2012 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti hojiin miidhaa daa’immanii fi dubartoota irra ga’e adda baasu akka hojjetamuu Biiroon Dhimmoota Daa’immanii fi Dubartootaa…
Guyyaan Dhiiga arjoomtotaa Adduyaa kabajame
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2012 (FBC) - Guyyaan Dhiiga arjoomtotaa Adduyaa kabajameera.
Guyyaan dhiiga arjomtoota akka addunyaatti kabajamu Ityoophiyaatti yeroo 17ffaaf kabajame.…
MM Dr Abiy waltajjii marii hariiroo Somaaliyaa fi Somaalee Laandii irratti hirmaachuuf Jibuutii…
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2012 (FBC) - Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad waltajjii marii hariiroo Somaaliyaa fi Somaalee Laandii irratti hirmaachuuf Jibuutii galaniiru.
…
Magaalaa Dirree Dawaatti laabraatooriin qorannoo vaayrasii koroonaa hojii eegale
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2012 (FBC) - Magaalaa Dirree Dawaatti laabraatooriin qorannoo vaayrasii koroonaa hojii eegaluu ibsame.
Ministir deettaan Ministeera Fayyaa Dooktar…
Turtii baatii 3 hin guunne keessatti dubartootaa fi daa’imman 280 miidhaan qaqqabe
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2012 (FBC) - Ityoophiyaatti turtii Baatii 3 hin guunne keessatti dubartootaa fi daa’imman 280 miidhaan ga’uu qorannoon ifoomse.
Ministeerri Dhimma…
Lammiileen Ityoophiyaa 249 Kuweet irraa gara biyya isaanitti deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2012 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 249 guyyaa har’aa Kuweet irraa gara biyya isaanitti deebi’an.
Lammiileen Ityoophiyaa Kuweet irra deebi’aan kun…
Magalaa Finfinneett weerarri vaayrasii koroonaa sadarkaa yaaddessaarra ga’uu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2012 (FBC) –Magaalaa Finfinneetti qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 232 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Biiroon Fayyaa magaalichaa beeksise.
Magaalichaatti…
Oromiyaatti lakkoofsi namoota koroonaan qabamanii 179 ga’e
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2012 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 12 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Biiroon Eeggumsa Fayyaa naannoo Oromiyaa beeksise.…