Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaanni Cuuphaa Ityoophiyaa Galmee Hambaa Kiliyaa Addunyaatti galmaa’un walqabatee sagantaan…
Finfinnee, Muddee 12, 2012 (FBC) - Ayyaanni Cuuphaa Ityoophiyaa Galmee Hambaa Kiliyaa Addunyaa tahuun Mootummoota Gamtoomanitti dameen Barumsaa, Saayinsiifi Aadaa UNESCO galmaa’uun…
Qaamni amanti bu’uura godhachuun miidhaa qaqqaabsiisu kamuu fudhatama hin qabu – Preezdaanti…
Finfinnee, Muddee 12, 2012 (FBC) – Preezdaanti Saahilwarq Zawdeen miidhaan mana amantaarratti raawwatamu kamuu fudhatama hinqabu jedhan.
Preezdaanti Saahilwarq kana kan jedhaan guyyaa…
Kitaabni “Gootota Misoomaa” obbo Abbaa Duulaa Gammadaan barreessan ebbifame
Finfinnee, Muddee 12, 2012 (FBC) - Kitaabni "Gootota Misoomaa" obbo Abbaa Duulaa Gammadaan barreessan kaleessa Hoteela Skaaylaayititti ebbifameera.
Kitaabichi bakka muummichi ministiraa…
Ibsa haala yeroorratti itti aanaan prezidaantii MNOobbo Shimallis Abdiisaan laatan
Finfinnee, Muddee 12, 2012 (FBC) - Ibsa haala yeroorratti itti aanaan prezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan laatan.
Ibsi guutun kinooti.....
Qe'een Oromoo fi…
hojiin siivilii Dhaabbata Daabboo Shaggar xumurame
Finfinnee, Muddee 12, 2012 (FBC) - hojiin siivilii Dhaabbata Daabboo Shaggar xumuramuu ibsame.
Injiinar Taakkalaa Uumaa dabalatee miseensootni kaabinee bulchiinsa magaalaa Finfinnee fi…
Preezdaanti Saahilawarq Zawdee magaalaa Samaraa galan
Finfinnee, Muddee 12, 2012 (FBC) – Preezdaanti Saahilawarq Zawdee har’a ganama magaalaa Samaraa galaniiru.
Preezdaanti Saahilawarq buufata xiyyaaraa Sulxaan Aliimiiraa Haanfiree si’a…
Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad duula qulqullinaa raawwatan
Finfinnee, Muddee 12, 2012 (FBC) - Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad Finfinnee Kaazanchisitti duula qulqullinaa raawwatan.
Dooktar Abiy Ahimad abbootii qabeenyaa taaksii magaalaa…
Dhaabbileen amantaa gochaa manneen amantaa magaala mooxaa irratti raawwate balaalleffatan
Finfinnee, Muddee 11, 2012 (FBC) – Manni maree dhimmoota Islaamummaa Ityophiyaa fi manni amantaa Ortoodoksii Tawaahidoo Ityoophiyaa gochaa manneen amantaa Magaala mooxaa irratti raawwate…
Adeemsaalee Waldanda’uu amantaalee fi aadaa waliin jireenyaa faalleessan ni balaalleeffanna –…
Finfinnee, Muddee 11, 2012 (FBC) - Adeemsaalee Waldanda’uu amantaalee fi aadaa waliin jireenyaa faalleessan kan balaalleeffatan ta’uu Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimaad ibsan.…
Guyyaan farra malaammaltummaa kabajame
Finfinnee, Mudde 11, 2012(FBC) - Guyyaan farra malaammaltummaa dhaadannoo ‘Naamusa daa'immanii fi dargaggootaa dagaagsuun dhaloota malaammaltummaa lagatu yaa horannu’ jedhuun Damee Lixaa…