Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Finfinneetti jiraattoota balaaf saaxilamoo ta’aniif sagantaan daabboo dhiyeessuu baatii 3f eegale
Finfinnee, Caamsaa 2, 2012 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti jiraattoota balaaf saaxilamoo ta’aniif sagantaan daabboo dhiyeessuu baatii 3f eegale.
Warshaaleen daabboo 2000 abbaa warraa kuma…
Ityoophiyaatti vaayrasiin koroonaa dabalataan namoota 29 irratti argame
Finfinnee, caamsaa 2, 2012 (FBC) –Qorannaa laaboraatoorii sa'aa 24 darbe keessatti samuudaa namoota 2171 taasifameen namoonni 29 vaayrasii koroonaatin qabamuu isaanii Ministirri Ministeera…
Gatiin boba’aa baatii Caamsaa kanuma duraatin kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldalaa…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2012 (FBC) – Gatiin boba'aa baatii Caamsaa kanuma duraatin kan itti fufu ta'uu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksise.
Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii…
Baankiin Misooma Afrikaa misooma madda anniisaa haaromuu Ityoophiyaaf liqaa Doolaara miiliyoona 10…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2012 (FBC) –Baankiin Misooma Afrikaa misooma madda anniisaa haaromuu Ityoophiyaaf liqaa Doolaara miiliyoona 10 eeyyamuu beeksise.
Liqaan kun naannoo Tulluu…
Ityoophiyaatti vaayrasiin koroonaa dabalataan namoota 16 irratti yoo argamu, namni 1 ammoo lubbuun…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti vaayrasiin koroonaa dabalataan namoota 16 irratti yoo argamu, namni 1 ammoo lubbuun darbeera.
Qorannaa laaboraatoorii sa'aa 24 darbe…
Guyyaan invastiimantii qonnaa fi Horsiisee bulaa Naannoo Oromiyaa kabajame
Finfinnee, Caamsaa 1, 2012 (FBC) – Guyyaan invastiimantii qonnaa fi Horsiisee bulaa Naannoo Oromiyaa kabajame.
Guyyaan invastiimantii qonnaa fi Horsiisee bulaa Naannoo Oromiyaa…
Yuunvaarsiitiin Finfinnee, Ministeerri Qonnaa fi Ministeerri Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2012 (FBC) –Yuunvaarsiitiin Finfinnee, Ministeerri Qonnaa fi Ministeerri Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee deeggarsa taasisaan.
Weerarri vaayrasii…
Jilli Ministira Ministeera Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa Taaddasaan durfamu Kolleenjiin Fayyaa…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2012 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa Taaddasaan durfamu haala kennisa waliigalaa fi ittisa fi too'annaa vaayrasii koronaarratti hojii…
Mootummaan Naannoo Oromiyaa qonnaan bultoota adda duree fi waldaalee Imx ce’aniif beekkamtii…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2012 (FBC) –Mootummaan Naannoo Oromiyaa qonnaan bultoota adda duree fi waldaalee Imx ce'aniif beekkamtii kenne.
Mootummaan Naannoo Oromiyaa qonnaan bultoota adda…
Ameerikaan deeggarsa Doolaara miiliyoona 37 taasifte
Finfinnee, Caamsaa 1, 2012 (FBC) – Ameerikaan carraaqqii Ityoophiyaan tattamsa’ina COVID-19 ittisuuf taasiftu gargaaruuf deeggarsa Doolaara miiliyoona 37 taasifte.
Deeggarsichi vaayrasi…