Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jijjiiramaa as hojiileen tokkummaa cimsan hojjtamaniiru-Obbo Aganyawu Tashaagar
Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC)-Jijjiiramaa as hojiileen tokkummaa ummatootaa cimsan bal'aan hojjtamuu Afyaa'iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyawu Tashaagar ibsan.
Guyyaan sabaa fi…
Seenessii waloo cimsuun tokkummaa sabdaneessaa daran jabeessuun murteessaadha-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC)- Seenessii waloo cimsuun tokkummaa sabdaneessaa daran jabeessuun murteessaadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Guyyaan Sabaafi…
Guyyaan Sabaa fi Sablammootaa kabajamuun tokkummaa sabdaneessaa bu’uura cimaarratti ijaaruuf…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC)- Guyyaan Sabaa fi Sablammootaa kabajamuun hariiroo ummatootaa cimsuun tokkummaa sabdaneessaa bu’uura cimaarratti ijaaruuf gahee olaanaa kan qabuudha jedhuun…
Guyyaan sabaa fi sablammootaa 19ffaan bakka Dooktar Abiy Ahimad argamanitti kabajame
Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC)-Guyyaan saboota, sablammootaa fi Ummatootaa Itiyoophiyaa 19ffaan Bakka Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti Magaalaa Arbaa Mincitti…
Imala mareefi marabbaan nagaa waaressuuf eegalleen injifannoon waloo galmaa’aa jira Pir. Shimallis…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC)-Imala maree fi marabbaan nagaa waaressuuf eegalameen injifannoon waloo galmaa’aa jira jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan.…
Faanaa Miidiyaa Koorporeeshiniif beekamtiin kenname
Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) – Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin kabaja sabaaf sablammoota Itiyoophiyaa 19ffaa milkeessuu keessatti damee miidiyaan gumaacha taasiseef beekamtiin kennameera.…
Dooktar Abiy Ahimad sadarkaa piroojektii Maaddiin dhalootaaf magaalaa Aarbaa Minci gamaaggaman
Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) – Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad sadarkaa piroojektii Maaddiin biyyaafdhalootaaf magaalaa Aarbaa Mincitti hojjetamaa jiru gamaaggamaniiru.…
Jala bultiin Ayyaana sabaaf sablammoota Itiyoophiyaa sagantaa affeerraa Irbaataan kabajamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) – Jala bultiin Ayyaana sabaaf sablammoota Itiyoophiyaa 19ffaan Giddugala Qorannoo Aadaa Gaamootti sagantaa affeerraa Irbaataan kabajamaa jira.
Af Yaa'ii…
Dooktar Fitsuum Ministira Maallaqaa Deenmaark waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsuum Asaffaan Ministira Maallaqaa Deenmaark Niikolaay Halbiiy Waaman waliin mari'ataniiru.…
Ummanni Itiyoophiyaa tokkummaa isaanitti caalmaatti cichoomuu qabu – Obbo Aganyahu Tashaagar
Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) –Ummanni Itiyoophiyaa wantoota tokkummaa isaanii caalmatti cimsanirratti cichoomuu akkan qaban Af Yaa'iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyahu Tashaagar…