Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa keenya kan ijaarru dhaloonni fayyaalessi akka uumamu, akka dhaaluufi akka misoomsuufi-…
Finfinnee, Adoolessa 19 , 2017 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen magaalaa keenya kan ijaarru dhaloonni fayyaalessi akka uumamu, akka dhaaluufi akka misoomsuufi…
Gamaaggamni hojiilee paartii dhaabbilee federaalaa bara 2017 gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 19 , 2017 (FMC) – Waltajjiin gamaaggama hojiilee paartii dhaabbilee federaalaa bara 2017fi marii karoora bara 2018 gaggeeffamaa jira.
Gamaaggamichi bakka miseensonni…
Manni Maree naannichaa walga’ii idilee 10ffaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 19 , 2017 (FMC) – Manni Maree Naannoo Amaaraa walga’ii idilee 10ffaa bara hojii 4ffaa marsaa 6ffaa gaggeessuu eegaleera.
Af-yaa’iin mana maree naannichaa Faantuu…
Finfinneetti saaxilamummaa balaa lolaa ittisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 18, 2017 (FMC) - Magaalaa Finfinneetti saaxilamummaa balaa lolaa ittisuuf hojiilee hedduun hojjetamaa jira jedhe Abbaan Taayitaa Daandiwwanii Magaalichaa .…
Lolaan waqtii gannaa irra deddeebiin mudatu yaaddoo guddaa nutti ta’e – Jiraattoota…
Finfinnee, Adoolessa 18, 2017 (FMC) - Lolaan waqtii gannaa irra deddeebiin mudatu yaaddoo guddaa nutti ta'e jedhan jiraattoonni Kutaa Magaalaa Sulultaa.
Bara baraan hanguma ganni dhufu…
Oromiyaatti Adoolessa 24, 2017 guyyaa tokkotti biqilaan miiliyoonni 500 fi miiliyoonni 24 ni…
Finfinnee, Adoolessa 18, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti Adoolessa 24, 2017 guyyaa tokkotti biqilaan miiliyoonni 500 fi miiliyoonni 24 ni dhaabbata jedhe Biiroon Qonnaa naannichaa.…
Guyyaa tokkotti biqilaa miiliyoonoota dhaabuun qaama seenaa imala dhaabuun dandamachuu haa taanu…
Finfinnee, Adoolessa 18, 2017 (FMC) – Guyyaa tokkotti biqilaa miiliyoonoota dhaabuun qaama seenaa imala dhaabuun dandamachuu haa taanu jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa.
Bosona…
Oromiyaatti bara kana hanga ammaatti biqilaan biiliyoonni 3.5 dhaabbate
Finfinnee, Adoolessa 18, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaan hanga ammaatti biqilaan biiliyoonni 3.5 dhaabbate jedhe Biiroon Qonnaa naannichaa.…
Dippiloomaasiin magariisaa siyaasaa oli – Dooktar Diimaa Nogoo
Finfinnee, Adoolessa 18, 2017 (FMC) – Dippiloomaasiin magariisaa siyaasaa oli jedhan Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataatti Walitti Qabaan Koree Dhaabbii Dhimmoota Nageenyaa fi Hariiroo Alaa…