Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gareen jila Hariiroo Idil Addunyaa Paartii Komunistii Chaayinaa FMC daawwate
Finfinnee, Guraandhala 11, 2017 (FMC)- Gareen jila Hariiroo Idil Addunyaa Paartii Komunistii Chaayinaa Waajjira Olaanaa Faanaa Miidiyaa Koorporeeshinii daawwateera.
Jilichi…
Godaantoonni Seeraan Alaa 95 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Guraandhala 11, 2017 (FMC)- Godaantoonni Seeraan alaa 95 gara biyyaatti deebi’uu Jibuutiitti Embaasiin Itiyoophiyaa beeksise.
Embaasichi Dhaabbata Godaantoota Idil Addunyaa…
Dameen dhuunfaa tuuriizimiirratti akka hirmaatuuf mootummaan xiyyeeffannaan hojjechaa…
Finfinnee, Guraandhala 11, 2017 (FMC)- Dameen dhuunfaa tuuriizimiirratti akka hirmaatuuf mootummaan xiyyeeffannaan hojjechaa jiraachuu Ministirri Ministeera Tuuriizimii Salaamaawit Kaasaan…
Sagantichaan dargaggoonni carraan hojii uumameef kuma 13 fi 500 ol eebbifaman
Finfinnee, Guraandhala 11, 2017 (FMC)- Finfinneetti Marsaa 2ffaa sagantaa “Ga’umsa shaakala hojiirraa dargaggootaan” dargaggoota carraan hojii umameef kuma 13 fi 527 eebbifamuu Kantiibaan…
Dureewwan Yaa’ii Gamtaa Afrikaarratti hirmaataa turan gara biyya isaanitti deebi’aa jiru
Finfinnee, Guraandhala 11, 2017 (FMC)- Dureewwan Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaatan gara biyya isaanitti deebi’aa jiraachuun ibsameera.
Haaluma kanaan Pireezidaantiin…
Koonfiraansiin nageenya Dandii Idil Addunyaa 4ffaan Maaraakaashitti gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Guraandhala 11, 2017 (FMC)- Koonfiraansiin nageenya dandii Idil Addunyaa 4ffaan Morookkoo Maaraakaashitti gaggeeffamuu eegaleera.
Mootummaan Morookkoo Dhaabbataa Fayyaa…
Milkaa’ina maree biyyaalessaaf qooda fudhattoonni hundi gahee isaanii bahuu qabu –…
Finfinnee, Guraandhala 10, 2017 (FMC) - Milkaa'ina maree biyyaalessaaf lammiileen Itiyoophiyaa hundi gahee irraa eegamu bahuu akka qaban Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataatti Waamaamaa…
Riippaabliikni Cheek hariiroo damee barnootaan Itiyoophiyaa waliin qabdu cimsuuf fedhii qabaachuu…
Finfinnee, Guraandhala 10, 2017 (FMC) - Riippaabliikni Cheek hariiroo damee barnootaan Itiyoophiyaa waliin qabdu caalmaatti cimsuuf fedhii qabaachuu beeksifte.
Ministirri Ministeera…
Itiyoophiyaan muuxannoo oomisha qamadii fi ashaaraa magariisaan qabdu qoodde – Obbo Tasfaahun…
Finfinnee, Guraandhala 10, 2017 (FMC) - Itiyoophiyaan yaa'ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 38ffaa irratti muuxannoo fi bu'aa oomisha qamadii fi ashaaraa magariisaan galmeessiste biyyoota biroof…
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa filannoo duraa dureewwan Biyyoota Afrikaa ta’uun ibsame
Finfinnee, Guraandhala 10, 2017 (FMC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa filannoo duraa dureewwan biyyoota Afrikaa Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaatanii ta’uutti akka gammadu ibse.…