Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti dammi meetirik toonii kumni 100 fi kumni 40 ol oomishame
Finfinnee, Caamsaa 12, 2017(FMC) – Naannoo Oromiyaatti oomishni dammaa meetirik toonii kumni 100 fi kumni 42 argamuun ibsameera.
Erga inisheetiiviin misooma dammaa bocamee gara hojiitti…
Lammiilee miiliyoona 15’f eenyummeessaan diijitaalaa “Faayidaa” kenname
Finfinnee, Caamsaa 12, 2017(FMC) – Lammiilee miiliyoona 15'f eenyummeessaan diijitaalaa “Faayidaa” kennamuu Sagantaan Waraqaa Eenyummeessaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa ibse.
Yaa’iin waggaa…
Oromiyaatti Beelladoota miiliyoona 16 oliif Talaalliin kanname – BQO
Finfinnee, Caamsaa 12, 2017 (FMC ) - Oromiyaatti hojii tarsiimoo dhibee dursaanii ittisuurratti xiyyeeffateen bara kana beelladoota miiliyoona 16 oliif Talaalliin kennamuu Biiroon Qonna…
Shawaa Kaabaatti qonna Gannaa bara kanaaf hanga ammaatti lafti hektaarri kumni 300 fi kumni 90…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2017 (FMC ) -Godina Shawaa Kaabaatti qonna Gannaa bara oomishaa 2017/18'f hanga ammaatti lafti hektaarri kumni 300 fi kumni 90 qotamuu Waajjirri Qonnaa godinichaa…
Biyyoonni Miseensa IGAD odeeffannoo qabeenya qilleensaa cimaa ijaaruuf Sirna amansiisaa diriirsuu…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2017 (FMC ) – Biyyoonni Miseensa Dhaabbata Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD) Odeeffannoo qabeenya qilleensaa cimaa ijaaruuf Sirna amansiisaa diriirsuu qabu…
Godina Wallaggaa Bahaatti lafa heektaara kuma 54 ol irratti sanyiin faca’e
Finfinnee, Caamsaa 11, 2017(FMC) – Godina Wallagga Bahaatti qonna gannaan lafa heektaara kuma 54 fi 340 irratti sanyiin faca’uu Waajjirri Qonnaa Godinichaa beeksise.
Godinichatti qonna…
Biyya ijaaruuf daa’immanirratti hojjechuun murteessadha – Kantibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Caamsaa 11, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti sagantaa ijoolummaa jalqabaan dhaloota egeree biyya ijaaruu danda’an horachuuf haalli mijachuu Kantibaan magaalaa…
Yaa’iin Saayinsii IGAD 4ffaan taa’amaa jira
Finfinnee, Caamsaa 11, 2017 (FMC) – Yaa’iin 4ffaa Dhaabbanni Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa( IGAD) godaansa, buqqaatii fi magaalummaa irratti qopheesse magaalaa Finfinneetti geggeeffamuu…
Harargee Lixaatti Sagantaa Ashaaraa Magariisaan bu’aan qabatamaan galmaa’uun ibsame
Finfinnee, Caamsaa 11, 2017 (FMC )- Godina Harargee Lixaatti Sagantaa Ashaaraa Magariisaa waggottan darban gaggeeffameen bu’aan qabatamaan argamuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa ibse.…
Itiyoophiyaan bu’uuraalee konistiraakshiniin hojii bu’aa qabeessa hojjechaa jirti- Aadde Caaltuu…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2017(FMC) – Itiyoophiyaan bu’uuraalee konistiraakshiniin hojii bu’aa qabeessa hojjechaa jiraachuu Ministirri Ministeera Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa aadde Caaltuu…