Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ameerikaa fi Itiyoophiyaan dhimmoota faayidaa biyyaalessaa isaanii kabachiisanirratti waloon…
Finfinnee, Amajjii 19, 2018 (FMC) –Ameerikaa fi Itiyoophiyaan dhimmoota faayidaa biyyaalessaa isaanii kabachiisanirratti waloon hojjechuuf waliigalaniiru.
Ministirri Raayyaa Ittisaa Biyyaa…
Buusaa Gonofaa —Imala Gara Humna Misoomaa Amansiisatti – Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Amajjii 19, 2018 (FMC) –Haaromsi aadaa humna ganamaa aadaa keessa jiru iddootti kan deebisudha jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan.
Pireezidaanti…
Shakkamtoota namoota kuma1 fi 800 ol seeraan al daddabarsuun Birrii biiliyoona 2 ol miidhamtootarraa…
Finfinnee, Amajjii 19, 2018 (FMC) – Shakkamtoota 28 namoota kuma1 fi 800 ol seeraan al daddabarsuun Birrii biiliyoona 2 ol miidhamtoota dhuunfarraa walitti qabanirratti himanni banameera.…
Galmi keenya oomisha qulqullina qabu gabaa addunyaaf dhiyeessuudha- Kantiibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Amajjii 19 , 2018 (FMC) – Galmi keenya oomisha shammattootaaf dhiyeessuu qofa osoo hin taane ququllinaan gabaa addunyaaf dhiyeessuudha jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde…
Humni Qilleensaa Itiyoophiya bu’uuraalee misoomaa fi humna namaan of gahomsaa tureera – L/J Yilmaa…
Finfinnee, Amajjii 19, 2018 (FMC) – Humni Qilleensaa Itiyoophiya bu’uuraalee misoomaa fi Humna Namaan of gahomsaa tureera jedhan Ajaja Olaanaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa Leetanaal…
Ayyaanni Gifaataa UNESCO’tti galmaa’uu hordofee sagantaan gammachuu ibsannaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 19 , 2018 (FMC) – Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa sablammii Walaayittaa Gifaataan Dhaabbata Barnootaa, Saayinsii fi Aadaa Mootummoota Gamtoomanii ( UNESCO)’tti galmaa’uu…
Manni Maree Biyyaalessaa Hararii yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Amajjii 19, 2018 (FMC) - Manni Maree Biyyaalessaa Naannoo Hararii Yaa’ii idilee 1ffaa marsaa 6ffaa, waggaa 5ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’icharratti Pirezidaantiin Naannoo…
Hojiilee Misooma Koriidarii ejjennoo cimaan hojjetamaa jiru
Hojiin misooma kooriidarii keeyaa akkuma ajandaa riifoormii dinagdee biyyaa maddee irratti kaa'ame misooma magaalaa irratti ejjennoo keenya cimaa haammataa, waaraafi namarratti xiyyeeffatu…
Naannoo Oromiyaa guutummaatti sosochii diinarraa qulqulleessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira –…
Finfinnee, Amajjii 19, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaa guutummaatti sosochii diinarraa qulqulleessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhan Itti Aanaan Komishinara Jeneraalaa fi Hogganaan…
Obbo Ahimad Shideen Daayrektara Olaanaa Manajimantii Baankii Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 18, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen Daayrektara Olaanaa Manajimantii Baankii Addunyaa Weenkaay Zhaang waliin mari’ataniiru.…