Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Piroojeektii Finnaa 73 mootummaan raawwachuuf qabate keessaa 37 tajaajila eegalan – Pir. Shimallis…
Finfinnee, Adoolessa 12, 2018 (FMC) – Caffeen Oromiyaa Yaa'ii idilee 11ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa Waggaa 5ffaa Galma Caffeetti gaggeessaa jira.
Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo…
Caffeen Oromiyaa Yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 12, 2018 (FMC)- Caffeen Oromiyaa Yaa'ii idilee 11ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa Waggaa 5ffaa Galma Caffeetti gaggeessuu eegaleera.
Yaa'ichi ajandaalee sadii…
Itiyoophiyaan mirga abbaa-qabeenummaa karra galaanaa akka tasaa dhabde sarbamtee hin haftu
Finfinnee, Adoolessa 11, 2018 (FMC) – Gaaffiin karra galaanaa Itiyoophiyaa mirga seeraa fi seena-qabeessa, akkasumas barbaachisummaa balbala ittiin baatuu fi galtu qabaachuu ishee kan…
Misooma baadiyyaatiin hojiilee jireenya qonnaan bultootaa bal’isuu dandeessisan cimanii itti…
Finfinnee, Adoolessa 11, 2018(FMC) - Misooma baadiyyaatiin ilaalcha qonnaan bulaa jijjiiruun jireenya ammayyaa akka jiraatuuf hojiileen hojjetaman cimanii itti fufuu akka qaban miseensonni…
Lubbuu dhukkubsattoota onnee baraaruuf dhaabbaticha waliin hojjechuuf waliigalleerra-Kantiibaa…
Finfinnee, Adoolessa 11, 2018(FMC) - Lubbuu dhukkubsattoota onnee baraaruuf Faawundeeshinii "Heart Attack Ethiopia " waliin hojjechuuf waliigalleerra jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee…
Yaa’iin marii biyyaalessaa milkaa’inaan gaggeeffamaa jira- Piroofeesar Masfin Ar’aayaa
Finfinnee, Adoolessa 11, 2018(FMC)- Adoolessa 8, 2018 irraa eegalee yaa’iin marii biyyaalessaa milkaa’inaan gaggeeffamaa jira jedhan Komishinarri Komishinii Marii Biyyaalessaa Piroofeesar…
Caffeen Oromiyaa Yaa’ii idilee isaa boru gaggeessa
Finfinnee, Adoolessa 11, 2018 (FMC)- Caffeen Oromiyaa Yaa'ii idilee 11ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa Waggaa 5ffaa Adoolessa 12 fi 13, 2018 Galma Caffeetti ni gaggeessa.
Afyaa'iin Caffee…
Komishinichi invastimantii Doolaara miiliyoona 750 ol hawwate
Finfinnee, Adoolessa 11, 2018(FMC)- Komishiniin Misooma Paarkiiwwanii Itiyoophiyaa bara baajataa 2018’tti invastimantii Doolaara miiliyoona 700 fi miiliyoona 50 ol hawwateera.…
Gareen seeraan alaa ABUT uummata Tigraayiin misoomarraa duubatti hambise- Obbo Geetaachoo Raddaa
Finfinnee, Adoolessa 11, 2018(FMC)- Gareen seeraan alaa ABUT uummata Tigraayiin misoomarraa duubatti hambiseera jedhan Pireezidaantiin Paartii Diimookiraatawaa Simrat Tigraay obbo Geetaachoo…
Kitaabilee naannawaa baadiyyaatti manneen barnootaa ammayyaa ijaaruuf oolan…
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad kitaabilee Ida’amuu, Daandii Ida’amuu, Dhaloota Ida’amuufi Mootummaa Ida’amuu jedhaman barreessuun dubbisaaf qaqqabsiisaniiru.
Galii gurgurtaa…