Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Humni fedhii fi Faayidaa Itiyoophiyaa daangessuu danda’u hin jiru!
Itiyoophiyaan yeroo adda addaatti rakkoolee walxaxaa diinota alaa, shira keessoo fi namoota dhuunfaa dantaa ofii barbaadaniin hedduun rakkachaa turte.
Hawaasni waliin akka hin jiraanne…
Haati Yaa’ii Maree Biyyaalessaaf dhufte ilma dhiiraa hofkaltee maqaa mucaa ishee “Mikikkir “ jette…
Finfinnee, Adoolessa 9, 2018 (FMC)- Yaa’iin Maree Biyyaalessaa hirmaattoota kutaale biyyattii gargaraarra walitti babba’an wajjiin Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Kanneen keessaa…
Faayidaa biyyaaleessaa keenya dabarsinee kennuurra, dhimmoota walii hin gallerratti mari’achuun…
Finfinnee, Adoolessa 9, 2018 (FMC)- Faayidaa biyyaaleessaa keenya dabarsinee kennuurra, dhimmoota walii hin gallerratti mari’achuun furuu qabna jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Milkaa’inoonni argaman xumura imalaa miti bu’uura ce’umsa itti aanuuti- Pir…
Finfinnee, Adoolessa 9, 2018 (FMC)- Milkaa'inoonni argaman xumura imalaa miti bu'uura ce'umsa guddaa itti aanuuti jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.…
Waldhaggeeffachuu fi yaadaan walfalmuun duudhaa keenya!
Wayita gamtoomne jabaannee, gaafa walqoodne garuu dadhabaa jiraanne!!
Seenessi dogoggoraa ture shirri har’as jiru bu’aa kaleessatti.
Kaayyoon shira kanaa ifaadha: bishaan keenyaa fi…
“Hooggansa badhaadhina mirkaneessu ijaaruun ofdanda’uuf hojjechuu qabna.” Obbo Shimallis…
Finfinnee. Adoolessa 9, 2018 (FMC) - Hooggansa dinagdee carraawwan misoomuu, humna namaa fi beekumsa qindoominaan hogganee badhaadhina qabatamaa sadarkaa hundatti mirkaneessu ijaaruudhaan…
Marii Afrikaaf barumsa ta’u, Itiyoophiyaanota hundaaf ammoo boqonnaa haaraa uumu…
Yaa’iin Maree Biyyaalessaa Itiyoophiyaa kaleessa Finfinneetti eegaleera.
Yaa’ii har’aaf qofa osoo hin taane waggoota kurnan hedduu itti aananiif bu’uura kaa’udha
Seen duubeen…
Marii Biyyaalessaa jalqabbii boqonnaa abdii haaraa…
Yaa’iin Maree Biyyaalessaa kaleessa ifatti eegalame biyyattiin madoo fi muffii barootaaf baattee turte keessaa baasuun boqonnaa abdii haaraa fi bara gaariiti ceesisa.
Waltajjii afaan…
Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Afrii Eeksiim Dooktar Joorji Eeloombii waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 8, 2018(FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Afrii Eeksiim Dooktar Joorji Eeloombii waliin mari’ataniiru.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy…
Marichi waadaa cimaan kan ittiin uumamudha- Komishinar Yoonaas Adaayyee
Finfinnee, Adoolessa 8, 2018(FMC)- Mariin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa seenaa biyyattii keessatti iddoo guddaan kan kennamuuf uummataafi mootummaa gidduutti waadaa haaraafi amanamaan kan itti…