Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministiroonni Alaa Jibuutii fi Ruwaandaa Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) – Ministiroonni Dhimma Alaa Jibuutii fi Ruwaandaa Walga’ii Idilee 46ffaa Mana Maree Hoji Raawwachiiftoota Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee…
Yaa’ii Gamtaa Afrikaaf qophiin barbaachiisu taasifameera-TKM
Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) –Yaa’ii Idilee 38ffaa Hoggantoota Gamtaa Afrikaaf qophiin barbaachiisu taasifamuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise.…
Magaalaa Dirre Dhawaatti Piroojektiin Misooma Koriidarii Kiiloomeetira 8.54 uwwise hojjetamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) – Magaalaa Dirre Dhawaatti Piroojektiin Misooma Koriidarii Kiiloomeetira 8.54 uwwise bakkeewwan garaagaraa 5tti hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Ministira…
Itiyoophiyaan lammiilee Sudaan Kibbaa 644 carraa barnoota bilisaa kennite
Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan bara barnootaa 2024/25 lammiilee Sudaan Kibbaa 644’f carraa barnoota bilisaa kennuun ibsameera.
Lammiileen 577 carraa barnoota digirii…
Naannoo Gaambeellaatti Misoomni Koriidarii eegale
Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin Naannoo Gaambeellaa Aadde Alamituu Umoodun bulchiinsa magaalaa Gaambeellaatti hojii Misooma Koriidarii eegalchiisaniiru.
Haaluma…
Godinaalee fi Magaaloota Oromiyaa hundatti Waltajjiin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) –Godinaalee fi Magaalota Naannoo Oromiyaa hundatti waltajjiin kallattiiwwanii fi murtoo yaa’ii 2ffaa Paartii Badhaadhinaan kaa'aman hojiirra oolchuu…
Imaammata barnootaa milkeessuuf qoodni dubartootaa olaanaadha – BBO
Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) – Biiroon Barnootaa Oromiyaa hoggantoota dubartootaa haaraa manneen barnotaaf leenjiin magaalaa Adaamaatti kennaa ture xumurameera.
Xumura sagantichaa…
Jilli Obbo Adam Faaraah durfamu Dubaayi gale
Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) –Jilli Sadarkaa Ministira Muummee Itti Aanaatti Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii fi Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii…
Manni Maree Naannichaa yaa’ii idilee 7ffaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) – Manni Maree Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Itiyoophiyaa yaa’ii idilee 7ffaa bara Hojii 4ffaa marsaa 6ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichaan raawwii…
Yaa’ii Idilee 9ffaan Mana Maree Naannoo Amaaraa taa’amuu eegale
Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) – Yaa’ii Idilee 9ffaa waggaa 4ffaa marsaa 6ffaan Mana Maree Naannoo Amaaraa taa’amuu eegaleera.
Yaa’ichi qaboo yaa’ii Yaa’ii idilee 8ffaa raggaasisuun…