Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Masoob Tajaajilli Giddugala tokkoo yaadamoonni Badhaadhinaa hojiirra ooluu kan itti…
Finfinnee, Ebla 21, 2017 (FMC) – Masoob Tajaajilli Giddugala tokkoo yaadamoonni Badhaadhinaa hojiirra ooluu kan itti muul'atan ta’uu Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa obbo Adam…
Naannoo Amaaraatti mariin uummataa gaggeeffame
Finfinnee, Ebla 21, 2017 (FMC) – Naannoo Amaaraa magaalota garaagaraatti mariin uummataa gaggeeffameera.
Hirmaattonni marichaaa nageenyaaf kan hojjetan ta’uu mirkaneessaniiru.…
Kitaabileen kumni 15 ol mana kitaabaa Abrihootiif gumaachaman
Finfinnee, Ebla 21, 2017 (FMC) – Tajaajilli Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa, Manni Hojii Odiitara Olaanaa Federaalaafi Aljeezraan Itiyoophiyaatti argamu mana kitaabaa Abrihootiif…
Itiyoophiyaa fi Chaayinaan uwwisa BRICS tumsa waloo cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Ebla 21, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Chaayinaan uwwisa BRICS hariiroo waloo qaban caalmaatti cimsuuf murannoo qabaachuu ibsaniiru.
Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar…
Dooktar Geediyoon Ministiroota Alaa Biraaziilii fi Raashiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Ebla 21, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministiroota Alaa Biraaziilii fi Raashiyaa waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.…
Magaalaa Shaggar giddugala teeknooloojiifi tuurizimii taasisuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Ebla 21, 2017 (FMC) – Magaalaa Shaggar giddugala teeknooloojiifi tuurizimii taasisuuf hojjetamaa jiraachuu Kantiibaan Magaalichaa Dooktar Tashoomaa Addunyaan ibsaniiru.
Dooktar…
Rakkoon nageenyaa naannoo Amaaraa mudatee ture ilaalcha siyaasaa finxaalessummaan wal qabatudha –…
Finfinnee, Ebla 21, 2017 (FMC) – Naannoon Amaaraa yeroo kamuu caalaa imala misoomaa fi nageenya fooyya’aarratti kan argamu ta’uu Pireezidaantiin naannichaa obbo Araggaa Kabbadaan ibsan.…
Guddachuun magaalotaa jireenya ummaataa fooyyeessa – Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee
Finfinnee, Ebla 21, 2017 (FMC) – Guddachuun magaalotaa jireenya ummaataa kan fooyyeessu ta’uu Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaasee ibsaniiru.
Magaalaa Goondariif sagantaan galii…
Qonna gannaan lafa heektara miiliyoona 10 fi kuma 800 ol misoomsuuf karoorfamuun ibsame
Finfinnee, Ebla 20, 2017 (FMC) – Qonna gannaa bara Oomisha 2017/18tiin lafa heektara miiliyoona 10 fi kuma 800 fi kuma 49 ol misoomsuuf karoorfamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.…
Masoob Tajaajilli Jiddugala tokkoo komii kenna tajaajilarratti ka’an kan furuudha-Afyaa’ii…
Finfinnee, Ebla 20, 2017(FMC) - Masoob Tajaajilli Jiddugala tokkoo komiiwwan ummataa kenna tajaajilarratti ka’an kan furu ta’uu Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Taaggasee Caafoon…