Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hojiin tajaajila tola ooltummaa Birrii biiliyoona 13’tti tilmaamamu hojjetame- Aadde Adaanech…
Finfinnee, Amajjii 18 , 2018 (FMC) – Baatiiwwan jahan darbanitti hojiin tajaajila tola ooltummaa Birrii biiliyoona 13’tti tilmaamamu hojjetameera jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde…
Nageenyi yeroo ammaa Kutaa Magaalaa Sulultaatti argame kan dinqisiifamuu fi muxannoo guddaadha –…
Finfinnee, Amajjii 18, 2018 (FMC) – Waggaa lama dura nagaan buluuf bakka yaaddoo ture Kutaa Magaalaa Sulultaatti tasgabbiin yeroo ammaa argame kan dinqisiifamuu fi muxannoo guddaadha jedhan…
Daandiin asphaaltii konkiriitii Tulluu Boolloo- Keellaa eebbisiifame
Finfinnee, Amajjii 17, 2018 (FMC) – Daandiin asphaaltii konkiriitii Tulluu Boolloo- Keellaa kiiloomeetira 81.6 dheeratu eebbisiifameera.
Daandichi baasii mootummaa federaalaa Birrii…
Humna Qilleensaa Itiyoophiyaaf samiin daangaa ta’ee hin beeku- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Amajjii 17, 2018 (FMC) – Humna Qilleensaa Itiyoophiyaaf samiin daangaa ta’ee hin beeku jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan.
Obbo Tamasgeen Xurunaan…
Faayidaa Itiyoophiyaa kabachiisuun dirqama Itiyoophiyaanotaati- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajjii 17, 2018 (FMC) – Faayidaa Itiyoophiyaa kabachiisuun dirqama Itiyoophiyaanotaati jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy…
Injifannoo dabalataaf dagannaa tokko malee carraaquu qabna – obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Amajii 16, 2018(FMC) - Daganna tokko malee injifannoo dabalataaf carraaquu qabna jedhan Pirezidantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaa.
Gamaaggama raawwii hojii…
Qonna Biyya keenyaa Ceesisuuf Gaheen Loojistiksii olaanaadha – Obbo Geetuu Gammachuu
Finfinnee, Amajii 16, 2018(FMC) - Qonna biyya keenyaa ceesisuuf gaheen loojistiksii olaanaadha jedhan hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuu.
Biiroon Qonna Oromiyaa…
Ida’amuun guddina biyya keenyaa mirkaneessuutu nurra jiraata – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajii 16, 2018(FMC) - Ida'amuudhaan guddina biyya keenya qixxee hinqabnee mirkaneessuu qabana jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad.
Waggaa 90ffaa Humna Qilleensaa…
Humni Qilleensaa keenya kabajaa fi abdii biyyaa warreen Itiyoophiyaatti bu’uu barbaadan…
Finfinnee, Amajii 16, 2018(FMC) - Humni Qilleensaa keenya dhaabbata olka'iinsa hedduu keessa darbuun abdii fi gaachana biyyaa ta'ee humnoota Itiyoophiyaa miidhuu barbaadan leeyyaasisuu…
Bu’aa biyyaalessaa fi kabaja Itiyoophiyaa eegsisuuf hin rafnu – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajii 16, 2018(FMC) -Bu'aa biyyaalessaa fi kabaja Itiyoophiyaa eegsisuuf hin rafnu jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad
Waggaa 90ffaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa…