Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gareen seeraan alaa ABUT humnoota shororkeessitootaa waliin ta’uun naannawicha jeequuf hojjechaa…
Finfinnee, Adoolessa 11, 2018(FMC)- Gareen seeraan alaa ABUT humnoota shororkeessitootaa waliin ta’uun naannawicha jeequuf hojjechaa jira jedhe Manni Maree Nageenyaafi Jijjiiramaa Tigraay.…
Shakkamtoonni karaa seeraan alaa namoota daddabarsaa turan to’ataman
Finfinnee, Adoolessa 10, 2018 (FMC) – Poolisiin Federaalaa Itiyoophiyaa Poolisii Dubaay waliin ta’uun Shakkamtoonni karaa seeraan alaa namoota daddabarsaa turan to’ataman jedhe.…
Hiriira nagaa boru Finfinneetti gaggeeffaman hordofee daandiwwan cufaman ifooman
Finfinnee, Adoolessa 10, 2018 (FMC) – Hiriira nagaa boru Finfinneetti gaggeeffaman hordofee daandiwwan tajaajila geejjibaaf cufaman ifoomaniiru.
Gaaga’ama naannoo Tigraayitti…
Waa’ee Maree biyyaalessaa miidiyaaleen Idil Addunyaa maal jedhan?
Finfinnee, Adoolessa 10, 2018 (FMC) –Yaa’iin Maree Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Adoolessa 8, 2018 Giddugala Konveenshinii Idil Addunyaa Addisitti eegaleera.
Hirmaattoonni kutaalee hawaasaa…
Dhimma Birmadummaa…
Seenaan Itiyoophiyaafi Galaanni Diimaa adda bahuu kan hin dandeenye seenaa dhimma jiraachuufi jiraachuu dhabuuti.
Gaaffiin abbummaa ulaa galaanaa dhimma birmadummaa fi dhalootaa akkasumas…
Rakkoolee hawaasa mudatan furuuf Buusaa Gonofaan hojiilee jalqabe cimsuu qaba – Obbo Awwaluu…
Finfinnee, Adoolessa 10, 2018 (FMC) – Rakkoolee hawaasa mudatan furuuf Buusaa Gonofaan hojiilee jalqabe cimsuu qaba jedhan Ittaanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu…
Ulaa galaanaa meeshaa biyyi tokko addunyaa ittiin to’attu…
Finfinnee, Adoolessa 10, 2018(FMC)- Ulaan galaanaa guddina diinagdeefi faayidaa biyyaalessaa biyya tokkoo eegsisuurra darbee meeshaa biyyi tokko ittiin addunyaa to’attudha.
Biyyoonni…
Aadde Alamituu Uumad waliin marii bu’aa qabeessa taasisne- Kantiibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Adoolessa 10, 2018(FMC)- Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen Pireezidaantii naannoo Gaambeellaa aadde Alamituu Uumad waliin marii bu’aa qabeessa taasisneerra…
Cancala Diigumsaa
Diinota seenaa fi humnoota alaa dantaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa laamshessanii naannawicha irratti olaantummaa qabaachuuf barbaadan, daandii xaxamaan hordofan keessaa Gaanfi Afrikaa…
Bulchiinsi Magaalichaa Gamaaggama Raawwii Hojii Bara 2018 Gaggeessuu Jalqabe
Finfinnee, Adooleessa 10, 2018 (FMC) — Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee gamaaggama raawwii hojiiwwan bara baajataa 2018 gaggeessuu jalqabeera.
Kantiibaan Magaalichaa Adaanech Abeebee fuula…