Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Marichi waadaa cimaan kan ittiin uumamudha- Komishinar Yoonaas Adaayyee
Finfinnee, Adoolessa 8, 2018(FMC)- Mariin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa seenaa biyyattii keessatti iddoo guddaan kan kennamuuf uummataafi mootummaa gidduutti waadaa haaraafi amanamaan kan itti…
Itiyoophiyaan adeemsa COP32 hojiirra oolchuuf kutannoo qabdi- Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos
Finfinnee, Adoolessa 8, 2018(FMC)- Itiyoophiyaan adeemsa COP32 hojiirra oolchuuf kutannoo qabdi jedhan Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos.
Dooktar Geediyoon…
Yaa’ii egereef firii gaarii buusu…
Itiyoophiyaan seenaa keessatti boqonaa haaraa banuun rakkoolee siyaasaa, hawaasummaa fi diinagdee walxaxaa jiran mariin furuuf yeroo murteessaarratti argamti.
Siyaasa Itiyoophiyaa…
“Marii, araaraa fi waliigaltee qofa; daandiin biraan hinjiru”
Finfinnee, Adoolessa 8, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaa fuulduratti kan tarkaanfachiisuu marii, araaraa fi waliigaltee malee daandii biraan hinjiru jedhan Jirattoonni Magaalaa Finfinne.
Marii…
Galaana diimaa kan dhabne humnoota nuti osoo atakaaroo walqabnuu yeroo eeganii gidduu seenuun fedhii…
Finfinnee, Adoolessa 8, 2018(FMC)- Galaana diimaa kan dhabne humnoota nuti osoo atakaaroo walqabnuu yeroo eeganii gidduu seenuun fedhii keenya karaatti hambisaniini jedhan Ministirri Muummee…
Dooktar Abiy Ahimad bakka buutuu olaantuu imaammata dhimma alaafi nageenyaa Gamtaa Afrikaa waliin…
Finfinnee, Adoolessa 8, 2018(FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad bakka buutuu olaantuu imaammata dhimma alaafi nageenyaa Gamtaa Awurooppaa Kaayaa Kaalaasii waliin…
Yaa’ii seena qabeessa kanarratti hirmaachuu kootti gammachuu guddaatu natti dhagahame – Dooktar Abiy…
Finfinnee, Adoolessa 8, 2018 (FMC) – Yaa’ii seena qabeessa kanarratti hirmaachuu kootti gammachuu guddaatu natti dhagahame jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri…
Fedhii dhuunfaa yookaan garee keessaa bahuun nageenya biyyaafi egeree dhalootaaf haqummaan haa…
Finfinnee, Adoolessa 8, 2018(FMC)- Fedhii dhuunfaa yookaan garee keessaa bahuun nageenya biyyaafi egeree dhalootaaf jennee garaa bal’inaan fi haqummaan haa mari’annu jedhan Komishinarri…
Marichi biyyoota kaaniif fakkeenya ta’a- Ambaasaaddar Baankoolee Adooyyee
Finfinnee, Adoolessa 8, 2018(FMC)- Mariin biyyaalessaa Itiyoophiyaa biyyoota kaaniif fakkeenya kan ta’udha jedhan Gamtaa Afrikaatti Komishinarri Dhimmoota Siyaasaafi Nageenyaa Ambaasaaddar…
Abdii ifaa ummata Itiyoophiyaa milkeessuuf marii akkaan murteessadha – Oliseeguu Obaasaanjoo
Finfinnee, Adoolessa 8, 2018 (FMC) –Pireezidaantiin duraanii Naayijeeriyaa fi ergamaan Addaa Gamtaa Afrikaa Chiif Oliseeguu Obaasaanjoon sirna baniinsa yaa’ii Maree Biyyaalessa…