Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waggoottan 6’n darban guddinni akeektuuwwan diinagdee gooroo mul’ateera-Dooktar Fitsum Asaffaa
Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Waggoottan 6’n darban tarkaanfiiwwan fooyyessii diinagdee fudhatama jiraniin guddinni akeektuuwwan diinagdee gooroo mul’ataniiru jedhan Ministirri…
Paartiin Badhaadhinaa gamaaggama raawwii kurmaana jalqabaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa gamaaggama raawwii karoora kurmaana jalqabaa bara 2017 Magaalaa Asoosaatti gaggeessuu eegaleera.
Gamaaggamicharratti Itti Aanaa…
Manni Maree Magaalichaa yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii Idilee 1ffaa bara hojii 4ffaa gaggeessuu eegaleera.
Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen gaaffii…
Itiyoophiyaa fi Ameerikaan tumsa damee nageenyaan qaban kan cimsan ta’uu ibsan
Finfinnee, Sadaasa 9, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Ameerikaan shororkeessummaa qolachuuf tumsaan hojjechaa jiraachuu Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan…
Kaabineen magaalaa Finfinnee ajandaalee lamarratti mari’achuun murtoo dabarse
Finfinnee, Sadaasa 9, 2017 (FBC) – Kaabineen magaalaa Finfinnee Walga'ii Idilee 4ffaa waggaa 4ffaa gaggeesseen ajandaalee lamarratti mari'achuun murtoo dabarseera.
Haaluma kanaan…
Humni Nagaa Kabaachiisa Itiyoophiyaa ergama isaa ga’umsaan bahataa jira – DhMG
Finfinnee, Sadaasa 9, 2017 (FBC) – Humni Nagaa Kabaachiisaa Itiyoophiyaa ergama ga'umsaan bahataa jiraachuu Dhaabbanni Mootummooa Gamtoomanii ibse.
Sudaan Kibbaatti Raayyaan Nageenya…
Pireezidaanti Muusee Biihiin, murannoo Itiyoophiyaaan ummata Somaaliilaand cinaa dhaabbachuun…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2017 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa fi Sadarkaa Itti Aanaa Ministira Muummeetti Itti Gaafatamaa Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna…
Itiyoophiyaaa fi Inistiityuutiin qabeenya Addunyaa tumsaan hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Sadaasa 9, 2017 (FBC) –Itiyoophiyaaa fi Inistiityuutiin qabeenya Addunyaa dameewwan adda addaan tumsaan hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteessaniiru.
Ministir Deetaan…
Dureeyyiin Kooriyaa Itiyoophiyatti hojiilee invastimantiirratti akka bobba’an gaafatame
Finfinnee, Sadaasa 9, 2017 (FBC)- Abbootiin qabeenyaa Kooriyaa Itiyoophiyatti hojiilee invastimantiirratti akka bobba’an gaafatameera.
Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti…
Daandiin Qilleensichaa badhaasaa fi beekamtii sadarkaa Urjii 4 Daandii Qilleensa Addunyaa bara 2025…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2017 (FBC)- Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa badhaasaa fi beekamtii sadarkaa Urjii 4 Daandii Qilleensa Addunyaa filannoo imaltoota ‘APEX’ 2025 argate.
Badhaasni Urjii…