Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaa, Taanzaaniyaa fi Keeniyaan waliigaltee gurgurtaa humna elektrikaa mallatteessan
Finfinnee, Amajjii 17, 2017 (FMC) - Itiyoophiyaa, Taanzaaniyaa fi Keeniyaan waliigaltee gurgurtaa humna Elektirikaa walii mallatteessaniiru.
Waliigalteen kun baatii Eblaa keessa hojiirra…
Mootummaan guddina damee aadaatiif xiyyeeffannoo kenneera – Ministira Aadaa fi Ispoortii…
Finfinnee, Amajjii 16, 2017 (FMC) - Ministirri Aadaa fi Ispoortii Shawiit Shaankaan mootummaan damee aadaa eeguu fi guddisuuf ciminaan hojjechaa jiraachuu ibsaniiru.
Mariin paanaalii…
Manneen jireenyaa Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 30 oliin ijaaraman jiraattotaaf dabarfaman
Finfinnee, Amajjii 16, 2017 (FMC) - Ministirri Ministeera Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii Dooktar Abrahaam Balaay naannoo Somaalee Magaalaa Shabaleetti Manneen jireenyaa Birrii miiliyoona…
Lammiileen Taayilaanditti mana hidhaa keessa turan 38 gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Amajjii 16, 2017 (FMC) - Lammiileen Itiyoophiyaa Taayilaanditti mana hidhaa keessa turan 38 gara biyyaa deebi'uu ibsame.
Lammiileen Itiyoophiyaa hojii barbaacha faddaaltoota…
Qabeenyiwwan uumamaa dhokatanii turan faayidaa ummataaf ooluu eegalan jedhame
Finfinnee, Amajjii 16, 2017 (FMC) - Qabeenyiwwan uumamaa dhokatanii turan faayidaa ummataaf ooluu eegaluu Pireezidaantiin Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaa Dooktar Injinar Nagaash Waageeshoon…
Paartichi waadaa ummataaf gale raawwachuun bu’aa jajjabeessaa galmeessisaa jira – Obbo…
Finfinnee, Amajjii 16, 2017 (FMC) - Paartiin Badhaadhinaa waadaa ummataaf gale raawwachuun bu’aa jajjabeessaa galmeessisaa jiraachuu Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa damee…
Ijaarsaaleen Piroojektootaa yeroo kennamee fi baajata qabameen qulqullinaan akka xumuraman…
Finfinnee, Amajjii 15, 2017 (FMC) – Ijaarsaaleen Piroojektootaa yeroo kennamee fi baajata qabameen qulqullinaan akka xumuraman hordoffiin barbaachisaa ta’uu Koreen Dhaabbii Dhimmoota Misooma…
Misooma waaraa saffisiisuuf Teeknooloojiin deeggaramuun barbaachisaadha jedhame
Finfinnee, Amajjii 16, 2017 (FMC) – Misooma waaraa saffisiisuuf bu’aalee Teeknooloojiin deeggaramuun barbaachisaa ta’uu Pireezidaantiin bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay Obbo Geetaachoow…
Dooktar Abiy Godina Daawurootti Warshaa Dhiqaa Dhagaa Cilee eebbisan
Finfinnee, Amajjii 16, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaa Godina Daawurootti Warshaa Dhiqaa Albuuda Dhagaa Cilee eebbisiisuun hojii…
Yaadamoonni haaraan jijjiiramichaa lammiileef carraan hojii akka uumamu dandeessisan jedhame
Finfinnee, Amajjii 16, 2017 (FMC) – Jijjiiramaan as yaadamoonni haaraan hojiirra oolan lammiilee hedduuf carraan hojii akka uumamu dandeettii uumuu Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa…