Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Diillaatti Piroojektiin Bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 300 fi miiliyoona 80’n ijaarame…
Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC)- Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Geediyoo Magaalaa Diillaatti Piroojektiin bishaan dhugaatii Birrii Miiliyoona 300 fi miiliyoona 80’n ijaarame…
Kutaa magaalichaatti Piroojektoonni bu’uuraalee misoomaa rakkoolee hawaasaa furan Birrii…
Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Kutaa magaalaa Mana Abbichuutti Piroojektoonni bu'uuraalee misoomaa 38 rakkoolee hawaasaa furuu danda’an Birrii Biiliyoona 1 oliin hojjetamaa akka…
Gara Invastimantiitti ce’uuf mul’ata horannee hojjechaa jirra – Dargaggoota K/M Sulultaa
Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Kutaa Magaalaa Sulultaatti qonna magaalaa ammayyeessuun birmadummaa nyaataa mirkaneessuuf inisheetiiviiwwan misooma qonnaa sirnaan hojiirra oolaa…
Korporeeshinichi Jaappaanitti carraalee Zoonii Addaa Diinagdee Itiyoophiyaa beeksise
Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Fooramii Invastimantii Eeshiyaa, Arabaa fi Afrikaa Jaappaan Tookiyootti gaggeeffamaa jirurratti…
Giddugalli Konveenshinii idil-addunyaa Addis galii Tuurizimii irraa argamu ni guddisa jedhame
Finfinnee, Guraandhala 25, 2017(FMC) - Giddugalli Konveenshinii idil-addunyaa Addis galii Tuurizimii irraa argamu akka guddisu Ministeerri Tuurizimii beeksiseera.
Ministirri Deetaan…
Injiner Ayishaa Mahaammad Indaastirii Injinariingii Elektirooniksii daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 24, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisaa Injiner Ayishaa Mahaammad Koorporeeshinii Indaastirii Injinariingii Raayyaa Ittisaa jalatti kan argamu…
Naannawaa Daaloolitti Kirkirri Lafaa Reektar Iskeeliin 5.3 mudate
Finfinnee, Guraandhala 24, 2017 (FMC) – Naannoo Afaar Godina Kiilbatii aanaa Daaloolitti Kirkirri Lafaa Reektar Iskeelii 5.3 galmaa'e mudachuu Yuuniversiitiin Finfinnee beeksise.
Kirkirri…
Sirni walharkaa fuudhinsa baallii Gadaa Booranaa Marsaan 72ffaan Borurraa eegale gaggeeffama
Finfinnee, Guraandhala 24, 2017 (FMC) – Sirni walharkaa fuudhinsa Baallii Gadaa Booranaa Haroomsaan booda marsaa 72ffaan Guraandhala 25-30, 2017’tti Ardaa jilaa Badhaasaatti…
Buna qulqullinaafi baay’inaan gabaa addunyaaf dhiyeessuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Guraandhala 24, 2017 (FMC) – Buna Qulqullinaafi baay'inaan oomishuuf sanyii filatamaa raabsuun cinatti buna dulloome gamashuun xiyyeeffannoon kennamee hojjetamaa jiraachuun…
Walga’iin Koree Waloo Daldala Daangaarraa Itiyoophiyaa fi Sudaan Kibbaa taa’amaa jira
Finfinnee, Guraandhala 24, 2017 (FMC) – Walga’iin Jalqabaa Koree Waloo Daldala Daangaarraa Itiyoophiyaa fi Sudaan Kibbaa magaalaa Bishooftuutti taa'amaa jira.
Kaayyoon walga’ichaa…