Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Qeellam Wallaggaatti Bunni Tooniin kumni 100 fi kumni 75 oomishame
Finfinnee, Amajjii 13, 2017 (FMC) – Godina Qeellam Wallaggaatti Baatiwwan jahan darban keessa Bunni Tooniin kumni 100 fi Kumni 75 oomishamuu ibsameera.
Godinichatti lafti hektaarri…
Gaanfa Afrikaatti Konfiraansiin guddina Daldalaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 13, 2017 (FMC) – Gaanfa Afrikaatti sirna Daldalaa fi Loojistiiksii fooyyeessuu fi jijjiiruuf kan dandeessisu Konfiraansiin Guddina Daldala gaggeeffamaa jira.…
Itiyoophiyaatti gaaffiilee diimookiraasii baroota dheeraa ture sirni deebisu diriirfameera-Dooktar…
Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaatti gaaffiilee diimookiraasii baroota dheeraa ture sirni deebisu diriirfameera jedhan Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti Ministirri Waamamaa…
Ummata miiliyoona 10 hirmaachisuun Daagaa kiiloomeetira miiliyoona 1.2 hojjechuuf karoorfameera-Pir.…
Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)-Naannoo oromiyaatti Ummata miiliyoona 10 hirmaachisuun Daagaa kiiloomeetira miiliyoona 1.2 ol hojjechuuf karoorfamuu Pireezidaantiin Naannichaa Shimallis…
Balaa Tiraafikaan Lubbuun Namoota 7 darbe
Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)- Naannoo Tigraay Aanaa Kilitte Awulaalootti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 7 darbuun ibsame.
Balichi konkolaataa Minibaasii Hawuzeen irraa…
Jilli Obbo Ahimad Shideen Hoggantoota Dhaabbilee Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)- Jilli Ministira Ministeera Maallaqa Obbo Ahimad Shideen durfamu Chaayinaatti Hoggantoota Dhaabbilee Idil Addunyaa biyyattii waliin mari’ataniiru.…
Ayyaanni Cuuphaa fi Qaanaa Galiilaa haala hoo’aan kabajamee xumuramu Humni Waloo beeksise
Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)-Ayyaanni Cuuphaa fi Qaanaa Galiilaa haala Hoo’an kabajamee xumuramu Humni Waloo Nageenyaa fi Tasgabbii Biyyaalessaa beeksise.
Humnichi Waloo ibsa…
Pireezidaanti Taayyeen tuuristoota Ayyaana Cuuphaarratti hirmaatan waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)-Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Tuuristoota Ayyaana Cuuphaa Magaalaa Goondaritti kabajamerratti hirmaatan waliin mari’ataniiru.…
Sirni ‘Cidha Kumee’ Dilbata dhufu gaggeeffama
Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)- Sirni ‘Cidha Kumee’ bara 2017 mata duree “Maatii Dhaabbachuun Biyya Ijaaruudha” jedhuun Dilbata dhufu kan gaggeeffamu ta’uun ibsame.
Sirna kanaaf…
Obbo Adam Faaraah Sirna Tajaajila Giddugala Tokkoo “Gaaddisa Odaa” daawwatan
Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)- Sadarkaa Ministira Muummee Itti Aanaatti Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii fi Pireezidaantiin Itti Aanaa Paartii…