Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Amaaraatti waltajjiin marii dhimma waaqtaawarratti xiyyeeffate taa’amaa jira
Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) – Naannoo Amaaraatti waltajjiin marii dhimma waaqtawarratti xiyyeeffate Magaalaa Baahir Daaritti taa'amaa jira.
Waltajjichi dhimmoota nageenyaa,…
Dooktar Abiy Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammud Alii Yusuuf waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota ijoo…
Jimmatti konfiraansiin nageenyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) – Magaalaa Jimmaatti konfiraansiin nageenyaa gaggeeffamaa jiraachuun ibsame.
Konfiraansichi mata duree “ Amantiin nageenya,…
Oromiyaatti hidhattoota waamicha nagaa hin fudhanneerratti tarkaanfiin fudhatamaa jira – BKO
Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti hidhattoota waamicha nagaa hin fudhanneerratti tarkaanfii fudhatamaa jiruun nageenyi waara’aa jiraachuu Biiroon Kominikeeshinii…
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa gara Magaalaa Shaarjaatti balallii haaraa jalqabuufi
Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Emireetoota Araba Gamtoomanii Magaalaa Shaarjaatti balallii haaraa jalqabuuf ta’uu beeksiise.
Caamsaa 24, 2017…
Hariiroo naannawaafi damee hedduun faayidaa Itiyoophiyaa kabachiisuuf hojjetamaa jira- Dooktar…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2017 (FMC) – Hariiroo naannawaafi damee hedduun faayidaa Itiyoophiyaa waaraan kabachiisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhan Ministirri Ministeera Daldalaafi…
Fooyya’iinsi fayyadamummaa qonnaan bulaa guddisuuf taasifame bu’aa argamsiisaa jira- Obbo Shimallis…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2017 (FMC) – Fooyya’iinsi fayyadamummaa qonnaan bulaa guddisuuf taasifame bu’aa argamsiisaa jiraachuu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gahee obbo Geetaachoo Raddaan bahataniif galateeffatan
Finfinnee, Bitootessa 29, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gahee obbo Geetaachoo Raddaan waggoottan lamaan darban Pireezidaantii Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay…
Itiyoophiyaa fi Israa’el tumsa Daldalaa fi Invastimantii qaban caalmaatti cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Bitootessa 29, 2017 (FMC) – Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Aganyahu Tashaagar miseensota Paarlaamaa Israa’el waliin mari’ataniiru.
Waltajjii Gamtaa Interpaarlaameentii…
Qondaaltonni olaanoon Raayyaa Ittisaa Naayjeeriyaa Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 29, 2017 (FMC) – Jilli qondaaltota olaanoo Raayyaa Ittisaa Naayjeeriyaa Meejer Jeneraal Daahiiruu Saanuusiin durfamu Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo daawwateera.…