Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godinichatti biqiltuun baala shaayee miliyoonni 58 ol kunuunfamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 26. 2017(FMC) - Godina Jimmaatti biqiltuun baala shaayee miliyoonni 58 fi kumni 700 ol lafa heektaara kuma sadii irratti dhaabamee kunuunfamaa jira jedhe waajjirri Qonnaa…
Ijaarsi mandara jireenyaa qonnaan bultootaa wayita xumuramu haala jireenya qonnaan bulaa ni…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2017(FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ijaarsi mandara jireenyaa qonnaan bultootaa wayita xumuramu haala jireenya qonnaan bulaa kan jijjiiruufi…
Mootummaan xiyyeeffannoo misoomaaf kenne cimsee itti fufa – Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Caamsaa 26, 2017(FMC) - Mootummaan xiyyeeffannoo nageenyaa fi misooma indaasitirii oomishaaf kenne cimsee itti fufa jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan FDRI obbo Tamsgeen…
Manni marichaa labsiiwwan adda addaa raggaasise
Finfinnee, Caamsaa 26, 2017 (FMC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 33ffaa har’a taa’een labsiiwwan adda addaa raggaasiseera.
Labsiiwwan waliigaltee liqaa 2 dabalatee…
Naannoolee Oromiyaa fi Amaaraatti ruuziin baay’inaan oomishamuuf
Finfinnee, Caamsaa 26, 2017 (FMC) - Naannoolee Oromiyaa fi Amaaraatti ruuziin baay’inaan akka oomishamuuf hojjetamaa jira.
Hogganaa ittiaanaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa Bariisoo fayyisaa…
Naannoolee Oromiyaa fi Harariitti barattoonni kumni 200 ol qoramaata biyaalessaa kutaa 12ffaaf…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2017 (FMC) - Naannoolee Oromiyaa fi Harariitti barattoonni kumni 200 fi kumni 2 ol qoramaata biyaalessaa kutaa 12ffaaf qophaa’aniiru.
Naannoo Oromiyaatti barattooni…
Dooktar Abiy Godina Hadiyyaatti ijaarsa misooma Koriidarii mandara moodeela baadiyyaa eegalchiisan
Finfinnee, Caamsaa 26, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Godina Hadiyyaatti ijaarsa misooma Koriidarii mandara moodeela baadiyyaa…
Daldaltoota biyyaaf humna ta’an baay’inaan horachuuf hojjetamaa jira- BDO
Finfinnee, Caamsaa 25, 2017 (FMC)- Daldaltoota ciccimoo biyyaaf humna ta'an baay'inaan horachuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Daldalaa Oromiyaa.
Waltajjiin marii daldaltoota waliin…
Magaalaa Asallaatti rakkoo Kenna tajaajila geejjibaa furuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 25, 2017 (FMC )–Ejensiin Geejjiba Bulchiinsa magaalaa Asallaa rakkoo kenniinsa tajaajila geejjibaa furuuf hojjechaan jira jedhe.
Bulchinsi magaalichaa rakkoo dhiyeessii…
Ministeerichi hojimaata isaa fooyyessuufi itti quufiinsa maamilaa guddisuuf hojjechaan jira- Dooktar…
Finfinnee, Caamsaa 25, 2017(FMC) – Ministeerri Geejjibaafi Loojistiksii hojimaata isaa fooyyessuufi itti quufiinsa maamilaa guddisuuf hojjechaan jira jedhe.
Ministeerichi guyyaa har’aa…