Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Adwaan mallattoo gootummaa fi cichoominaa ta’ee itti fufa – Injinar Ayishaa Mahaammad
Finfinnee, Guraandhala 23, 2018 (FMC) –Adwaan mallattoo gootummaa fi cichoominaa ta'ee itti fufa jedhan Ministirri
Adwaan mallattoo gootummaa fi cichoominaa ta'ee itti fufa - Injinar…
Adwaan imala badhaadhinaaf galaadhaa – Kantibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Guraandhala 23, 2018 (FMC) –Guyyaan Injifannoo Adwaa waggaa 130ffaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa Birbirsa Goorootti argamutti kabajamaa jira.
Adwaan agarsiiftuu tokkummaa fi…
Adwaa Gaarreen Adwaa hanga Gubaatti…
Finfinnee, Guraandhala 23, 2018 (FMC) –Adwaan waraana dirree qofa osoo hin taane labsii Itiyoophiyaan carraa ofii murteessuu Addunyaaf itti labsiteedha jedhe Waajjirri Ministira Muummee…
Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaasee fi hoggantoonni olaanoon Siidaa Yaadannoo goototaa jala…
Finfinnee, Guraandhala 23, 2018 (FMC) –Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaasee fi hoggantoonni olaanoon guyyaa Injifannoo Adwaa waggaa 130ffaan sababeeffachuun Siidaa Yaadannoo goototaa…
Injifannoon Adwaa waggaa 130ffaan har’a kabajama
Finfinnee, Guraandhala 23, 2018 (FMC) –Injifannoon Adwaa waggaa 130ffaan har'a sagantaalee adda addaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa Birbirsa Goorootti argamutti ni kabajama.
Guyyaa kaleessaa…
Kantibaa Adaanech Abeebeen Atileetota buleeyyii rakkoo hawaasummaaf saaxilamaniif deeggarsa taasisan
Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC) –Kantibaan Magaalaa Finfinnse Adaanech Abeebeen Atileetota buleeyyii biyyaaf oolmaa guddaa oolanii fi rakkoo hawaasummaaf saaxilamaniif deeggarsa…
Dooktar Abiy Ahimad sooma Ramadaanaa sababeeffachuun sagantaa Afxaraa gaggeessan
Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad sooma Ramadaanaa sababeeffachuun kutaalee hawaasaa harka qalleeyyiif sagantaa Afxaraa gaggeessan.…
Kabaja Ayyaana Injifannoo Adwaa sababeeffachuun daandiwwan tajaajila Tiraafikaaf cufaa ta’an…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC) – Humni Waloo Nageenyaa kabaja Ayyaana Injifannoo Adwaa waggaa 130ffaa sababeeffachuun daandiwwan tajaajila Tiraafikaaf cufaa ta'an ifoomse.
Ayyaana…
Dooktar Abiy Ahimad Injifannoo Adwaa waggaa 130ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Injifannoo Adwaa waggaa 130ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Baga injifannoo Adwaa…
Injifannoo Adwaarraa tokkummaa fi Cichoomina baranna – Kantibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC) – Injifannoon Adwaa kan wareegamni dhiigaa fi lafee itti kaaffalame injifannoo seenaa addaati jedhan Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…