Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Itiyoophiyaa Ayyaana Masqalaa Ilaalchisee Ergaa Baga Geessanii Dabarse
Finfinnee, Fulbaana 16, 2019 (FMC) – Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Itiyoophiyaa Ayyaana Masqalaa Ilaalchisee Ergaa Baga Geessanii Dabarseera.
Barreessaan waliigalaa Yaa’ii Dhaabbilee Amantaa…
Kantiibaa Adaanech Abeebee Ayyaana Masqalaa ilaalchisee ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 16, 2019 (FMC) — Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee, Ayyaana Masqalaa ilaalchisee ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Ergaan Aadde Adaanech Abeebee dabarsan…
Obbo Adam Faaraah ergaa Ayyaana Masqalaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 16, 2019(FMC) - Sadarkaa Ministira Muummee Itti Aanaatti, Itti gaafatamaan Giddugala Qindeessaa Ijaarsa Sirna Diimokiraasii fi Pirezidaantii Itti Aanaan paartii…
Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamsgeen Xurunaa Ayyaana Masqalaa ilaalchisuun Ergaa Baga…
Finfinnee, Fulbaana 16, 2019 (FMC) – Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamsgeen Xurunaa Ayyaana Masqalaa ilaalchisee ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Ergaan obbo Tamsgeen Xurunaa…
Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaasee Hoggantoota Fandii Misooma Qonnaa Idil Addunyaa (IFAD) Waliin…
Finfinnee, Fulbaana 16, 2019 (FMC) — Pirezidaantiin Taayyee Atsqasillaasee hoggantoota Fandii Misooma Qonnaa Idil-Addunyaa (IFAD) waliin mari’ataniiru.
Pirezidaanti Taayyee…
Hojiiwwan Nageenya Bishaanii Mirkaneessan Xiyyeeffannoon Hojjetamaa Jiru
Finfinnee, Fulbaana 12, 2019 (FMC) – Itiyoophiyaan bu’uuraalee misoomaa fi bulchiinsa qabeenya bishaanii qindaa’aa ta’e irratti xiyyeeffachuun, nageenya bishaanii mirkaneessuuf…
Kabaja Ayyaana Damaraa Masqalaaf qophii gahaan taasifame – Kantibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Fulbaana 15, 2019 (FMC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee fi Manni Amantaa Kiristaanaa Ortodoksii Waloomaa Ayyaana Damaraa Masqalaa akkaataa duudhaa amantichaa eegeen kabajuuf…
Obbo Geetaachoo Raddaan Barreessaa Ittaanaa ergama Nagaa kabachiisaa Mootummoota Gamtoomanii waliin…
Finfinnee, Fulbaana 15, 2019 (FMC) – Gorsaan Dhimmoota Baha Afrikaa Ministira Muummee Obbo Geetaachoo Raddaan Barreessaa Ittaanaa ergama Nagaa kabachiisaa Mootummoota Gamtoomanii Jiin Piiyar…
Ayyaanota tokkummaa fi waloomaa: Masqalaa fi Irreecha
Finfinnee, Fulbaana 15, 2019 (FMC) –Ayyaanni Damaraa Masqalaa fi Irreechi Finfinneetti akkaataa duudhaa isaanii eeganiin kabajamu.
Duudhaaleen tokkummaa kunneen miidhagina magaalaattii,…
Fakkeenya haaraa walitti hidhamiinsa naannawaa
Finfinnee, Fulbaana 15, 2019 (FMC) – Gaanfa Afrikaatti walitti makamuu qabeenya dinagdeef boqonnaa guddaa kan bane, Pirojektii tarsiimawaa mootummaan Itiyoophiyaa fi Jibuutii waliin ta’uun…