Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Caffeen Oromiyaa Wixineewwan labsii adda addaa raggaasise
Finfinnee, Fulbaana 18, 2019 (FMC) - Caffeen Oromiyaa Yaa'iisaa duraa Waggaa 1ffaa Bara hojii 7ffaa geggeessaa jiruun wixineewwan labsii dabalataa adda addaa raggaasiseera.
Waixine eewwan…
Aadde Caaltuu Saanii Hoji Raawwachiistuu Olaantuu Korporeeshinii Manneen Federaalaa ta’uun muudaman
Finfinnee, Fulbaana 18, 2019 (FMC) – Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad, Aaddee Caaltuu Saanii Hoji Raawwachiistuu Olaantuu Korporeeshinii Manneen Federaalaa ta’anii akka hojjetan…
Caffeen Oromiyaa riifoormii caaseffama godinaalee haaraa qophaa’e raggaasise
Finfinnee, Fulbaana 18, 2019 (FMC) - Caffeen Oromiyaa Yaa'iisaa duraa Waggaa 1ffaa Bara hojii 7ffaa geggeessaa jiruun wixinee labsii qaama raawwachiisaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa irra…
Caffeen muudamoota garaagaraa raggaasise
Finfinnee, Fulbaana 18, 2019 (FMC) - Caffeen Oromiyaa Yaa'ii duraa Waggaa 1ffaa Bara hojii Caffee 7ffaa gaggeessaa jiruun muudamoota garaagaraa dhiyaatatn raggaasiseera.
Haaluma kanaan:-…
Caffeen muudama dura taa’otaa koreewwan dhaabbii raggaasise
Finfinnee, Fulbaana 18, 2019 (FMC) - Caffeen Oromiyaa Yaa'ii duraa Waggaa 1ffaa Bara hojii Caffee 7ffaa gaggeessaa jiruun mudamoota dura taa'ota koreewwan dhaabbii caffee mirkaneesse.…
Caffeen wixinee labsii dhaabbilee misoomaa mootummaa fi sirna walta’iinsa mootummaa fi…
Finfinnee, Fulbaana 18, 2019 (FMC) - Caffeen Oromiyaa Yaa'ii duraa Waggaa 1ffaa Bara hojii Caffee 7ffaa gaggeessaa jiruun wixinee labsii dhaabbilee misoomaa mootummaa fi sirna walta'iinsa…
Manni Maree Naannoo Sidaamaa yaa’ii idilee 11ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Fulbaana 18, 2019 (FMC)- Manni Maree Naannoo Sidaamaa yaa’ii idilee 11ffaa marsaa 6ffaa bara hojii 5ffaa gaggeessaa jira.
Yaa’ichaan raawwii bara 2018, kan Waajjira…
Fayyadamummaa ummataa mirkaneessuuf waltumsinee hojjenna – Obbo Abdulsalaam Waariyoo
Finfinnee, Fulbaana 18, 2019 (FMC) - Fayyadamummaa ummataa mirkaneessuuf waltumsinee hojjenna jedhan Af Yaa'iin Caffee Oromiyaa Obbo Abdusalaam Waariyoo.
Caffeen Oromiyaa Yaa'ii duraa…
Manni Maree Ministirootaa murtoowwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Fulbaana 18, 2019 (FMC)- Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 59ffaa taa’een murtoowwan garaagaraa dabarseera.
Haaluma Kanaan manni marichaa jalqabarratti kan…
Lageen, gaarreenii fi bosonni Oromiyaa nageenya waaraa akka argatan ni hojjetama – Obbo…
Finfinnee, Fulbaana 18, 2019 (FMC) - Lageen, gaarreenii fi bosonni Oromiyaa nageenya waaraa akka argatan ni hojjetama jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…