Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jaalalaa fi tokkummaan, guddinaa fi nageenya biyyaaf kan nurraa eegamu bahachuu qabna-Abuna…
Finfinnee, Amajjii 11, 2017 (FMC)- Jaalalaa fi tokkummaan, guddinaa fi nageenya biyyaaf gahee nurraa eegamu bahachuu qabna jechuun Paatiriyaarkin Mana Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo…
Oromiyaatti Ayyaanni Kataraa akkaataa duudhaa amantaa eegee fi miidhagina qabuun kabajame
Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) - Guutuu Oromiyaatti Ayyaanni Kataraa akkaataa duudhaa fi sirna amantaa eegeen miidhaginaa kabajameera.
Magaalootaa fi Aanaalee Oromiyaa hunda keessatti…
Pireezidaanti Taayyeen bakka buutoota jiraattoota magaalaa Goondar waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen bakka buutoota jiraattoota magaalaa Goondar waliin mari'ataniiru.
Af Yaa'ii Mana Maree Federeeshinii Obbo…
Itiyoophiyaa fi Keeniyaan akkaataa Shororkeessumma tumsaan ittisuu danda’anirratti…
Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) - Itiyoophiyaa fi Keeniyaan akkaataa Shororkeessumma dabalatee yakkoota gurmuun raawwatamu tumsaan ittisuu danda'anirratti mari'ataniiru.
Daayrektarri…
Kaantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) - Kaantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Kataraa fi Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Ibsituu…
Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa hooggantoota duraaniif beekamtii kenne
Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) - Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa hooggantoota duraanii dhaabbaticha dursaa turaniif beekamtii kenneera.
Hoggantoota dhaabbaticha sadarkaa hoggansaa…
Pireezidaanti Taayyeen haaromsa Masaraa Faasiiladas daawwatan
Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen haaromsa Masaraa Goondar Faasiiladas daawwataniiru.
Pireezidaanti Taayyeen Siidaa Atsee Teediroos jala…
Pireezidaantoonni Naannolee ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) - Pireezidaantoonni Naannolee Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Pireezidaantiin naannoo Gaambeellaa Aadde Alamituu Umood…
Cuuphaan Ayyaana Amantaa, Aadaa fi Sabdaneessummaati – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Kataraa fi Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Cuuphaan Ayyaana Amantaa,…
Obbo Adam Faaraah ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) –Pireezidaantii Itti Aanaa Paartii Badhaadhinaa fi Sadarkaa Itti Aanaa Ministira Muummeetti Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna…