Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Arsiitti Qamadiin lafa hektaara kuma 300 ol irratti jallisiin misoome kunuunfamaa jira
Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC) – Godina Arsiitti Qamadiin lafa hektaara kuma 300 fi kuma 7 ol irratti jallisii Boneen misoome kunuunfamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa godinichaa beeksise.…
Kirkirri lafaa dandeettii teeknooloojii, qorannoo saayinsaawaa, xiinxalaa fi raagaa kan…
Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC)- Qophaa’ummaan akeekkachiisa duraa fi deebii kennuu kirkira lafaa dandeettii teeknooloojii, qorannoo saayinsaawaa, xiinxalaa fi raagaa kenya kan murteessu…
Jilli Paarlaamaa Iraan daawwannaa hojiif Finfinnee gale
Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC)-Jilli Afyaa’ii Paarlaamaa Iraan Dooktar Mahaammad Baaqar Qaaliibaafiin durfamu daawwannaa hojiif Finfinnee galeera.
Jilichi wayita Buufata Xiyyaaraa Idil…
Ithiyoophiyaatti namoota kuma 3’f yaalli Agartuu ijaa deebisanii dhaabuu taasifame
Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC) – Ithiyoophiyaatti qaroo dhabeeyyii kuma 3’f yaalli Agartuu ijaa deebisanii dhaabuu taasifamuu ibsameera.
Tajaajilli Tishuu Itiyoophiyaa fi Baankii…
Gabii Rasuutti hawaasa sababa kirkira lafaan buqqa’aanif deeggarsi namoomaa taasifame
Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC) – Naannoo Afaar Godina Gabii Rasuutti sababa kirkira lafaan hawaasa buqqa'aaniif deeggarsi namoomaa taasifameera.
Hoggantuun Biiroo Geejjibaa Naannoo…
Gamoon Kutaa Magalaa Lidataa abbaa darbii 13 ijaarame eebbifame
Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Gamoo Kutaa Magaalaa Lidataa abbaa darbii 13 ijaarame eebbisan.
Naannawaa hojii mijataa…
Damee dippiloomaasii gamhedduun gaheen Itiyoophiyaa dabaleera-Amb. Nabiyaat Geetaachoo
Finfinnee, Amajjii 08, 2017 (FMC)- Damee dippiloomaasii gamhedduun gaheen Itiyoophiyaa dabaluu Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo ibsan.
Ambaasaaddar…
Dargaggoonni Ayyaana Cuuphaa tibbana kabajamu sababeeffachuun Hurufa Boombii qulqulleessaan
Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC) – Dargaggoonni Magaalaa Finfinnee Ayyaana Cuuphaa tibbana kabajamu sababeeffachuun Hurufa Boombii qulqulleessuu Biiroon Dargaggoo fi Ispoortii magaalichaa…
Cuuphaa hanga Yaa’ii Gamtaa Afrikaatti hojiileen Itiyoophiyaa mul’isan hojjetamaa jiru
Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC)- Cuuphaa hanga Yaa’ii Gamtaa Afrikaatti hojiileen daran Itiyoophiyaa mul’isan hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Tuuriizimii ibse.
Ministir Deetaan…
Hanga ammaatti laftii heektarri Miiliyoonni 2.9 ol facaa’eera Pireezidaantii Shimallis…
Finfinnee, Amajjii 7, 2017 (FMC) –Hanga ammaatti lafti heektarri miiliyoonni 2.9 facaa'uu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan ibsan.
Qonni mala jireenyaa…