Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ajandaan dhiyaatu qalbii hundaa kan bituu fi yaada hunda bakka bu’u ta’uutu irra jiraata –…
Finfinnee, Caamsaa 23, 2017 (FMC) – Komishiniin marii biyyaalessaa Itiyoophiyaa waltajjii Marii ajandaa walitti qabuu 14ffaan Dhaabbilee fi Waldaalee Federaalaa galma Barkumeetti gaggeessaa…
Zooniin Diinagdee Addaa Gadaa Abdii dhalootaati – Dargaggoota carraa hojii argatan
Finfinnee, Caamsaa 23, 2017 (FMC) – Piroojektii guddaa yaadama bal’aa qabu kana keessatti hirmaachuun carroomudha jedhan dargaggoonni Zoonii Diinagdee Addaa Gadaa keessatti…
Miidhamtoota Fiistuullaa gargaaruuf galiin walittiqabamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 22, 2017 (FMC) - Miidhamtoota Fiistuullaa yeroo da’umsaa mudatuu gargaaruuf galiin walittiqabamuu eegaleera.
Sagantaan galii walitti qabuu kun miidhamtoota Fiistuullaa…
Ijaarsi piroojektii hidha Magaci sadarkaa gaariirra jira
Finfinnee, Caamsaa 22, 2017(FMC) – Ijaarsi piroojektii hidha Magaci rakkoon isaa duraa furamuun sadarkaa gaariirra jira jedhan Ministirri Ministeera Jallisiifi Naannawaa Gammoojjii Dooktar…
Yuunivarsitichii kalaqawwan garaa garaa hojiitti galchuuf
Finfinnee, Caamsaa 22, 2017(FMC) - Yuunivarsiitiin Haramaayaa dameelee qonnaa fi teeknoolojiin kalaqawaan rakkoo hawasaa furuu danda’an hawaasaa kessatti babalisuuf xiyyeeffanaa kannee…
Manni amantichaa hojiilee misoomaa magaalicha keessatti hojjetamu tumsuu cimsee itti fufa
Finfinnee, Caamsaa 22, 2017 (FMC) – Manni Amantaa Ortodoksii Waloomaa hojiilee misoomaa magaalaa Finfinnee keessatti hojjetamuuf tumsa hundagaleessa taasisuu cimsee itti fufa jedhan…
Aniimeeshinii 2D fi 3D hojii fiilmiif bal’inaan fayyadamuun murteessaadha
Finfinnee, Caamsaa 22, 2017(FMC) – Sadarkaa filmiin addunyaa irra gahe aniimeeshinii 2Dfi 3D babal’isuun adeemsa hojiimaata fiilmii ammayyaa cimsuun barbaachisaadha jedhe Ministeerri Aadaafi…
Oromiyaatti Biqiltuun Bunaa biiliyoonni 2.7 qophaa’e
Finfinnee, Caamsaa 22, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti biqiltuun Bunaa biiliyoonni 2 fi miiliyoonni 700 qophaa’e jedhe Biiroon Qonna naannichaa.
Naannichatti oomisha bunaa sanyii…
Waltajjiin marii ajandaa walitti qabuu dhaabbilee federaalaafi waldaalee eegale
Finfinnee, Caamsaa 22, 2017(FMC) - Waltajjiin marii ajandaa walitti qabuu dhaabbilee federaalaafi waldaalee Magaalaa Finfinneetti eegaleera.
Waltajjicha haasawaan kan banan Komishinarri…
Piroojektonni bishaan dhugaatii kumni 2 ol dhuma bara baajetaa kanatti xumuramanii tajaajila ni…
Finfinnee, Caamsaa 22, 2017 (FMC) - Naannoo Oromiyaatti piroojektootni bishaan dhugaatti ijaaramaa jiran kumni 2 fi 600 xumuramanii dhuma bara bajataa kanaatti hawaasaaf tajaajila akka…