Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jiraattoonni kutaalee Magaalaa Shaggar garaagaraa rakkooleen bu’uuraalee misoomaa nutti…
Finfinnee, Amajjii 7, 2017 (FMC) –Bulchiinsi magaalaa Shaggar rakkoolee hawaasaa bu'uurarraa furuuf itti gaafatamummaa olaanaan hojjechaan jira jedhe.
Akka Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti…
Itiyoophiyaa fi Biritaaniyaan hariiroo walta’iinsaa paarlaamaa cimsuuf kutannoo qabaachuu ibsan
Finfinnee, Amajjii 6, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaa fi Biritaaniyaan hariiroo walta’iinsaa paarlaamaa isaanii gidduu cimsuuf kutannoo qabaachuu ibsan.
Biritaaniyaa fi Ayerlaandi Kaabaatti…
Gufuulee siyaasa quubsumaa darbuun milkaa’inaaleen dippiloomaasii galmaa’aniiru-MDhA
Finfinnee, Amajjii 6, 2017 (FMC)- Gufuulee siyaasa quubsumaa darbuun milkaa’inaaleen dippiloomaasii hedduun galmaa’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Ministeerichi raawwii karoora…
Gamtaan Awurooppaa hojiilee waliigahiinsa barnootaa guddisuu kan deeggaru ta’uu beeksise
Finfinnee, Amajjii 6, 2017 (FMC)- Gamtaan Awurooppaa hojiilee Ministeerri Barnootaa waliigahiinsa barnootaa guddisuuf hojjechaa jiru kan deeggaru ta’uu beeksiseera.
Ministirri Ministeera…
Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Ministira Haqaa Noorwey waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 6, 2017 (FMC)-Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Ministira Haqaa Noorwey Eemlii Aangar Maahil waliin mari’ataniiru.
Marichaarratti Dooktar…
Rakkoo raabsaa fi gurgurtaa Boba’aa irratti mudachaa jiru maqsuuf mootummaan tarkaanfii fudhachaa…
Finfinnee, Amajjii 6, 2017 (FMC)-Rakkoo raabsaafi gurgurtaa Boba’aa irratti mul’atu furuuf mootummaan xiyyeeffannoo addaa kennee hojjechaa jiraachuu Hoggantuun Biiroo Daldalaa Oromiyaa Aadde…
Haaromsi Mana Amantaa Sillaasee Kaateediraal xumuramuun eebbifame
Finfinnee, Amajjii 6, 2017 (FMC)- Hojiin haaromsa Mana Amantaa Sillaasee Kaateediraal xumuramuun eebbifame.
Sirna eebba mana amantichaarratti Paatiriyaarkiin Mana Amantaa Ortodoksii…
Boba’aan seeraan ala daddabarfamaa ture liitirri kuma 28 ol dhaalame
Finfinnee, Amajjii 6, 2017 (FMC)- Boba’aan Naafxaa fi Beenzilli seeraan ala daddabarfamaa ture liitirri kuma 28 fi 608 dhaalamuu Biiroon Daldalaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee beeksise.…
Obbo Tamasgeen Xurunaan sosochii biyyaalessaa Misooma Sululaa eegalchiisan
Finfinnee, Amajjii 6, 2017 (FMC)-Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan sosochii biyyaalessaa Misooma Sululaa kan bara 2017 eegalchiisaniiru.
Obbo Tamasgeen ergaa gama…
Pireezidanti Shimallis dargaggootaa fi lammiilee ga’umsaa qaban horachuuf muuxannoo Ruwaandaa…
Finfinnee, Amajjii 6, 2017 (FMC)-Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan durfamu Ruwaandaatti daawwannaa fi muuxannoo waljijjiirraa gaggeessaa jira.
Haaluma…