Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy hojii raawwachiisaa olaanaa ‘Webuild Group’ Peeyitiroo Saalinii waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 18, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad hojii raawwachiisaa olaanaa ‘Webuild Group’ Peeyitiroo Saalinii waliin magaalaa Roomitti mari’ataniiru.…
Itiyoophiyaan misooma faayinaansiifi inshuraansii diijitaalaan deeggarame hojiirra oolchaa jirti-…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2017(FMC) – Itiyoophiyaan misooma sektara faayinaansiifi inshuraansii diijitaalaan deeggarame hojiirra oolchaa jiraachuu Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Obbo Maammoo…
Itiyoophiyaan Afrikaarraa bakka gahumsa gabaa Inshuraansii ta’uuf hojjechaa jirti- Obbo Tamasgeen…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2017(FMC) – Itiyoophiyaan Afrikaarraa bakka gahumsa gabaa Inshuraansii filatamtuu ta’uuf hojjechaa jiraachuu Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan…
Dooktar Abiy Xaaliyaanii Room galan
Finfinnee, Caamsaa 18, 2017(FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi jilli isaanii Xaaliyaanii magaalaa Roomaa galaniiru.
Turtii isaaniin Ministira Muummee Xaaliyaanii…
Dhiibbaa miidiyaan hawaasaa dhaloota irraan ga’u ittisuuf qindoominaan hojjechuutu barbaachisa…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2017 (FMC) - Dhiibbaa miidiyaan hawaasaaa dhaloota irraan ga’u ittisuuf sirnaan itti fayyadamuu, qaamoleen qooda fudhattoonnis qindoominaan hojjechuu akka qaban…
Raawwachiiftoonnii fi Daldaltoonni hanqinoota jiran tumsaan akka sirreessan bakka buutoota Hawaasa…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2017 (FMC) - Raawwachiiftoonnii fi Daldaltoonni hanqinoota jiran tumsaan akka sirreessan bakka buutoota Hawaasa Daldalaa waliin mari'atamuu Kaantibaan Maagaalaa…
Tuuriizimii Ispoortii si’oomsuuf hojjetamaa jira –Salaamaawiit Kaasaa
Finfinnee, Caamsaa 17, 2017 (FMC) – Tuuriizimii Ispoortii si'oomsuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Tuurizimii Salaamaawiit Kaasaan ibsan.
Fiigichi Kiiloomeetira 12…
Dooktar Abiy Ahimad Paarisitti Mana Amantaa Kaateedraalii Nootiradaam daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 17, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi jilli isaanii Paarisitti Mana Amantaa Kaateedraalii Nootiradaam daawwataniiru.
Bara Faranjoota 2019…
Hojiin Komishinii Hoggansa Sodaa balaa gurmeessuu cimee itti fufa –Aadde Adaanech Abeebee
Finfinnee, Caamsaa 17, 2017 (FMC )- Hojiin Komishinii Hoggansa Sodaa Balaa Magaalaa Finfinnee humna namaa fi teeknooloojiin ammayyeessuu fi gurmeessuu cimee kan itti fufu…
Hojiileen damee teeknooloojiin hojjetaman sadarkaa idil-addunyaatti dorgomaa ta’uu qabu
Finfinnee, Caamsaa 16, 2017(FMC) – Hojiileen damee teeknooloojiin hojjetaman sadarkaa idil-addunyaatti dorgomaa ta’uu akka qaban ibsame.
Turtii jilli Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy…