Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Tamasgeen Xurunaan sosochii biyyaalessaa Misooma Sululaa eegalchiisan
Finfinnee, Amajjii 6, 2017 (FMC)-Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan sosochii biyyaalessaa Misooma Sululaa kan bara 2017 eegalchiisaniiru.
Obbo Tamasgeen ergaa gama…
Pireezidanti Shimallis dargaggootaa fi lammiilee ga’umsaa qaban horachuuf muuxannoo Ruwaandaa…
Finfinnee, Amajjii 6, 2017 (FMC)-Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan durfamu Ruwaandaatti daawwannaa fi muuxannoo waljijjiirraa gaggeessaa jira.
Haaluma…
Dooktar Saamsoon Mokonnin Daayrektara Olaanaa Abbaa Taayitaa Miidiyaalee Itiyoophiyaa ta’uun…
Finfinnee, Amajjii 6, 2017 (FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa muudama Daayrektara Olaanaa Abbaa Taayitaa Miidiyaalee Itiyoophiyaa Dooktar Saamsoon Mokonnin raggaasiseera.
Manni…
Idaa Itiyoophiyaa qooda Oomisha Waliigalaa Biyyatti keessatti qabu gadi hir’isuun…
Finfinnee, Amajjii 6, 2017 (FMC)- Waggootaa jijjiiramaa keessa tarkaanfiiwwan fudhatamaniin Idaa itiyoophiyaa qoodaa oomishaa waliigalaa biyyatti keessa qabu %13.7tti gadi hir’isuun akka…
Wixineen Labsii Taaksii Qabeenyaa ragga’e
Finfinnee, Amajjii 6, 2017 (FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 15ffaa har’a gaggeesseen magaalota biyyattii hundatti kan hojiirra oolu Wixinee Labsii Taaksii Qabeenyaa…
Manni Maree Ministirootaa dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarse
Finfinnee, Amajjii 6, 2017 (FMC)-Manni Maree Ministirootaa Walga'ii Idile 41ffaa gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari'achuun murtoo dabarseera.
Haaluma kanaan:
1. Mootumman…
Diinagdeen damee dhuunfaan akka hogganamuuf tarkaanfii fudhatameen milkaa’inni galmaa’uun ibsame
Finfinnee, Amajjii 6, 2017 (FMC)- Diinagdeen damee dhuunfaan akka hogganamuuf tarkaanfii fudhatameen jijjiiramni galmaa’aa jiraachuu Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Maammoo Mihiretuun ibsan.…
Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Giiftii Deenmaark waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC) – Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Giiftii Deenmaark Beeneediikteen waliin mari'ataniiru.
Deeggarsa daa'immanii fi qulqullinaa barnootarratti tumsaan…
Jarman misooma Annisaa Haaromuu Itiyoophiyaan hojjetaa jirtu dinqisiifatte
Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Injinar Haabtaamuu Ittafaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Jarman Hansi Haanfiildi waliin mari'ataniiru.…
Lammiileen Itiyoophiyaa 164 Beeruutii gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC) – Lammiileen Itiyoophiyaa Beeruutiitti haala rakkisaa keessa turan 164 gara biyyaa deebi'aniiru.
Lammiileen kunneen waayita Buufata Xiyyaaraa Idil…