Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Uummanni Tigraay holola sobaa miseensota hoggansa ABUT duraaniin gowwoomfamuun wareegama hin…
Finfinnee, Caamsaa 16, 2017(FMC) – Uummanni Tigraay holola sobaa miseensota hoggansa ABUT duraaniin gowwoomfamuun wareegama hin kaffalu jedhan Ministirri Ministeera Jallisiifi Naannawaa…
Turtii Dooktar Abiy Ahimad fi jilli isaanii Faransaayitti taasisan milkaa’aa ture- Dooktar Geediyoon…
Finfinnee, Caamsaa 16, 2017(FMC) – Daawwannaafi marii jilli Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu Faransaayitti taasise milkaa’aa akka ture Ministirri Ministeera Dhimma Alaa…
Waliigalteen hojjettoota mootummaa magaalichaa mana jireenyaa argachiisu mallattaa’e
Finfinnee, Caamsaa 16, 2017(FMC) – Waliigalteen hojjettoota mootummaa magaalaa Finfinnee mana jireenyaa akka argatan gochuu danda’u mallattaa’e.
Waliigalticha kan mallatteessan Biiroo…
Gandoonni baadiyyaa 107 fayyadamoo elektirikaa ta’uun ibsame
Finfinnee, Caamsaa 16, 2017(FMC) – Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa baatiiwwan saglan darbanitti gandoonni baadiyyaa 107 fayyadamoo elektirikaa ta'uu beeksise.
Tajaajilamtoonni haaraan…
Itiyoophiyaan tattaaffii milkaa’ina ajandaalee ardichaaf taasistu cimsitee akka itti fuftu beeksiste
Finfinnee, Caamsaa 16, 2017(FMC) – Galmoonni Afrikaan gama hundaan of danda’uuf qabatte akka milkaa’aniif tumsi biyyoota ardichaa barbaachisaa ta’uu Ministir Daataan Ministeera Dhimma Alaa…
Itoophiyaan miseensa Mana Maree Ispoortii Loltummaa Idil Addunyaa taate
Finfinnee, Caamsaa 16, 2017 (FMC) Itiyoophiyaan miseensa Mana Maree Ispoortii Loltummaa Idil Addunyaa 142ffaa ta’uun galmoofte.
Caamsaa 11, 2017 irraa eegalee Siriilaankaatti Yaa’iin…
Itiyoophiyaa fi Biraaziil damee qonnaan waliin hoijjechuuf waliigalan
Finfinnee, Caamsaa 16, 2017(FMC) – itiyoophiyaa fi Biraaziil dame qonnaan waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessuu isaanii Biraazilitti Ambaassaaddarri Itiyoophiyaa Li’uulsaggad…
Dijiitaal Itiyoophiyaa dhugoomsuuf dhaabbilee garaagaraa waliin akka hojjetamu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 16, 2017(FMC) – Itiyoophiyaan mu’ata Dijiitaal Itiyoopphiyaa dhugoomsuuf hojii Kalaqaa fi tekinooloojiin deggerame hojiirra oolchuuf qajeeltoo dhaabbilee walfaakkaatoo…
Itiyoophiyaan Sudaan kibbaaf deggersa barbaachisu akka kennitu mirkaneessite
Finfinnee, Caamsaa 16, 2017(FMC) – Nagaa fi tasgabbiin Sudaan Kibbaa bu’aa biyyaalessaa Itiyoophiyaan waliqabataa waan ta’eef deggersa barbaachisu akka kennitu Itiyoophiyaan beeksisteetti.…
Sagantaa Ashaaraa Magariisaaf biqiltuuwwan biliyoonni 7.5 ol qophaa’aniiru – Ministeera Qonnaa
Finfinnee, Caamsaa 16, 2017(FMC) – Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaaf biqiltuuwwan biliyoonni 7.5 ol qophaa’uu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Sagantaan Ashaaraa Magariisaa lafti…