Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Turtiin Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Xaaliyaanitti taasisan milkaa’aa ture…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2017 (FMC) – Turtiin Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Xaaliyaanitti taasisan milkaa'aa ture jedhan Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen.…
Godina Wallagga Bahaatti pirojektonni 369 baajeta birrii biliyoona 16 oliin hojjetamaa jiru
Finfinnee, Caamsaa 19, 2017(FMC) – Godina Wallagga Bahaatti bara kana pirojeektonni rakkoolee hawaasaa furuu irratti xiyyeeffatan 369 baajeta birrii biliyoona 16 oliin hojjetamaa jiraachuun…
Hariiroo seena qabeessa caalmaatti cimsuuf Dooktar Abiy Ahimadiif simannaa Roomitti taasifame
Finfinnee, Caamsaa 19, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee Xaaliyaanii Jiyoorjiyaa Meelooniin hariiroo seenaa qabeessa biyyi isaanii Itiyoophiyaa waliin qabdu caalmaatti cimsuuf Ministira…
Hanqina iddoo hojii waldaalee IMX furuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Caamsaa 19, 2017(FMC) – Hanqina iddoo oomishaa fi gurgurtaa waldaalee IMX furuuf hojjetamaa jiraachuun ibsameera.
Mootummaan hoji-dhabdummaa xiqqeessuuf qaamolee hawaasaa adda…
Shaggaritti hojiileen qulqullina barnootaa mirkaneessuuf hojjetamaan bu’aa gaarii argamsiisaa jiru –…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2017 (FMC) – Bulchiinsa magaalaa Shaggaritti bara 2017 qulqullina barnootaa mirkaneessuuf hojii gaariin hojjetamuu Waajjirri Barnootaa magaalichaa ibseera.
Bara…
Buusaa Gonofaan namoomaarratti xiyyeeffatee hojjeta -Obbo Mohaammad Jundaa
Finfinnee, Caamsaa 19, 2017 (FMC) – Buusaan Gonofaan Oromiyaa aadaa oromoo keessa ture saayiinsii ammayyaan walsimsee namoomaarratti hojjechuuf xiyyeeffate socho’aa jiraachuun ibsame.…
Itiyoophiyaan qabeenya bishaaniifi inarjii qabdu haala yeroon barbaaduun faayidaarra oolchuuf…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2017(FMC) – Itiyoophiyaan qabeenya bishaaniifi inarjii haala yeroon barbaaduun faayidaarra oolchuuf hojjechaa jiraachuu Ministirri Ministeera Bishaaniifi Inarjii…
Godina Arsiitti Pirojektoonni garaagaraa Birrii biiliyoona 5 oliin ijaaraman xumuraman
Finfinnee, Caamsaa 18, 2017(FMC) – Godina Arsiitti Pirojektoonni misoomaa garaagaraa Birrii biiliyoona 5 fi miiliyoona 800 oliin ijaaraman xumuramuun tajaajilaaf qophii ta’uun ibsame.…
Dooktar Abiy Ministira Muummee Xaaliyaanii Jiyoorjiyaa Meeloonii waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 18, 2017(FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Xaaliyaanii Jiyoorjiyaa Meeloonii waliin Room Paalaazoo Chiigiitti mari’atan.
Mariin…
Mootummaan fayyadamummaa qonnaan bultootaafi horsiisee bultootaa guddisuuf Inisheetivoota bocuun…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2017 (FMC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa fayyadamummaa qonnaan bultootaa fi horsiisee bultootaa mirkaneessuuf inisheetivoota misoomaa garaagaraa bocuun…