Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanech sadarkaa raawwii hojii misooma Kooriidarii marsaa 2ffaa daawwatan
Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Kaantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen sadarkaa raawwii hojii misooma Kooriidarii marsaa 2ffaa daawwachuun gamaaggamaniiru.
Hojichi…
Sirni awwaalcha Obbo Bulchaa Dammaqsaa raawwate
Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Sirni awwaalcha Gameessa Siyaasaa fi Ogeessa Diinagdee Obbo Bulchaa Dammaqsaa Bakka Awwaalchaa Pheexiroos Waphaawuloositti raawwateera.
Maatii,…
Pireezidaanti Hasan Sheek Mahaammuud daawwannaa Itiyoophiyaatti taasisan xumuruun gara biyya isaanii…
Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDR Dooktar Abiy Ahimad Itiyophiyaatti daawwannaa hojii taasisaa kan turan Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammuud…
Obbo Bulchaan beekumsaa fi ogummaa qabaniin biyya isaanii murannoon kan tajaajilaan nama jabaa turan…
Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Obbo Bulchaa Dammaqsaan biyyaafi dhalootaaf dursa kennuun amanamummaa fi namuusaan tajaajiluu kan barsiisaan nama jabaa ta'uu Kaantiibaan Magaalaa…
Kunuunsi misooma sululaa dhiqama biyyee ittisuun, diinagdee magariisaa dandamachiisa – Aadde…
Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – 'Kunuunsi misooma sululaa dhiqama biyyee ittisuun, diinagdee magariisaa dandamachiisa jedhan Af Yaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan.…
Magaalaa Goondaritti Manni Barumsaa Bultii Birrii biiliyoona 1 oliin ijaaramuufi
Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Magaalaa Goondaritti Mana Barumsaa Bultii Birrii biiliyoona 1 oliin ijaaramuuf deeggarsi Birrii miiliyoona 200 fi Miiliyoona 25 taasifame.
Ijaarsi mana…
Pireezidaanti Taayyeen Yuuweerii Muuseeveenii waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Pireezidaantii Ugaandaa Yuuweerii Muuseeveenii waliin dhimmoota waloorratti mari'ataniiru.
Yaa'ii Addaa…
Tajaajila Geejjibaa fooyyessuuf murannoon hojjechuun barbaachisaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Naannoleen Tajaajila Geejjibaa fooyyessuuf murannoon hojjechuu akka qaban Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen ibsan.…
Miseensota WBO duraanii walii galtee araaraan galaniif leenjiin haaromsaa kennamuu eegale
Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) –Komishiniin Haaromsa Biyyaalessaa Miseensota WBO duraanii walii galtee araaraan galaniif leenjiin haaromsaa kennuu eegale.
Leenjiin Galmee, hidhannoo…
Guyyaan Michummaa Itiyoophiyaa fi Chaayinaa 55ffaan kabajamaa jira
Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Guyyaan Michummaa Itiyoophiyaa fi Chaayinaa 55ffaan Addabaabayii Michummaatti kabajamaa jira.
Hoggantoonni Mootummaa, Ambaasaaddaroonni biyyoota…