Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godaambaan Biyyaalessaa Itiyoophiyaa haaroomfamaa ture eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 14, 2017 (FMC) – Godaambaan Biyyaalessaa Itiyoophiyaa haaroomfamaa ture xumuramuun eebbifameera.
Daayirektarri Olaanaa Abbaa Taayitaa Eegumsa Hambaalee…
Aannan Liitirri biiliyoonni 8.9 oomishame
Finfinnee, Caamsaa 14, 2017 (FMC) – bara baajata 2017 hanga ammaatti aannan liitirri biiliyoonni 8 .9 oomishamuu Inistiitiyuutiin Misooma Beeyladaa Itiyoophiyaa ibse.
Daayrektarri itti…
Mootummaan xiyyyeefannoo damee tuurizimiif kenneen hambaaleen haaraa fi iddoowwan seenaa misooman-…
Finfinnee, Caamsaa 14, 2017 (FMC) – Mootummaan xiyyyeefannoo damee tuurizimiif kenneen hambaaleen haaraa fi iddoowwan seenaa misoomsuu Ministirri Ministeera Tuurizimii Salaamaawiit Kaasaan…
Magaalaa Jimmaatti Kaafamtoota misoomaaf manni jireenyaa kenname
Finfinnee, Caamsaa 14, 2017 (FMC) – Bulchiinsi Magaalaa Jimmaa jiraatoota sababa misoomaaf qe'ee isaani irraa kaa’aniif manneen jireenyaa kenneera.
Kaafamtoota misoomaa naannawaa Masaraa…
Haaroomsi Aadaa waan qabnu guddisuun malee Safuu fi Duudhaa gatuu miti –Hayyoota
Finfinnee, Caamsaa 14, 2017 (FMC) – Haaroomsi aadaa waan qabnu damee hundaan caalaatti guddisuuf malee safuu fi duudhaa ture gatuuf akka taane hayyoonni ibsan.
Aadaa fi duudhaa…
Dhaloota Dippiloomaatii,mariisisaa fi saayintistii bishaanii ta’u horachuun barbaachisaadha…
Finfinnee, Caamsaa 14, 2017 (FMC) – Dhaloota Dippiloomaatii,mariisisaa fi saayintistii bishaanii ta’u horachuun barbaachisaa ta’uu Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Injiinar Dooktar…
Qaamoleen waliigalteen Piriitooriyaa mallattaa’uutti gaabbaan waliigaltichi akka hin milkoofne…
Finfinnee, Caamsaa 14, 2017 (FMC) – Waliigalteen Piriitooriyaa mallattaa’uu hordofee lubbuun lammiilee baraaramuutti qaamoleen gaabbaan waldhabdee uumuuf fedhii kan qabaniidha jedhan…
Koreen filtuu hoggantoota Boordii Filannoo gabaasa isaa Dooktar Abiy Ahimadiif dhiyeesse
Finfinnee, Caamsaa 13, 2017(FMC) – Koreen filtuu hoggantoota Boordii Filannoo guyyaa har’aa gabaasa isaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif dhiyeessuu Waajjirri Ministira Muummee…
Manni Maree Ministirootaa Dhimmoota garaagaraarratti murtoo dabarse
Finfinnee, Caamsaa 13, 2017(FMC) – Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 45ffaa har’a taa’een dhimmoota garaagaraarratti murtoo dabarse.
Jalqabarratti manni marichaa wixinee labsii…
Wabii midhaan nyaataa mirkaneessuuf Biraazil fakkeenya gaariidha- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Caamsaa 13, 2017(FMC)- Tattaaffii Itiyoophiyaan wabii midhaan nyaataa mirkaneessuuf taasistuuf milkaa’inni Biraazil damee qonnaan galmeessiste fakkeenya gaarii ta’uu Ministirri…