Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Tajaajila Giddugala Tokkoo Masoobitti hojimaanni Interpiraayizii Diijitaalaa haaraan eegalame
Finfinnee, Caamsaa 6, 2017(FMC) – Tajaajila Giddugala Tokkoo Masoobitti hojimaanni Interpiraayizii Diijitaalaa haaraan eegalamuu Ministirri Ministeera Hojiifi Ogummaa Aadde Mufariyaat Kaamil…
Rakkoolee mariin furuun biyyi boqonnaa akka argattu hojjechuun barbaachisaa ta’uun ibsame
Finfinnee, Caamsaa 6, 2017(FMC) – Rakkoolee karaa nagaan mariidhaan furuun biyyi boqonnaa akka argattu hojjechuun barbaachisaa ta’uu Paatiriyaarkiin Mana Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo Abuna…
Misoomni Kooriidarii yaaddoo balaa hir’iseera jedhame
Finfinnee, Caamsaa 6, 2017(FMC)- Misoomni kooriidarii yaaddoo balaa hir’isuu keessatti gahee olaanaa bahachuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaafi Abiddaa Magaalaa Finfinnee beeksise.…
Waliigalteewwan Inveestimeentii Doolaara biliyoona 1 fi Miliyoona kuma 600 mallatteeffaman
Finfinnee, Caamsaa 5, 2017 (FMC) - Komiishiniin Inveestimeentii Itiyoophiyaa Fooramii ‘Invest Ethiopia 2025 ’ jedhu irratti waliigalteewwan Doolaara Biliyoona 1 fi Miliyoona kuma 600…
Daandiin Qilleensichaa Imaltoota Hajii fi Umraaf tajaajila saffisaa kennuf qophaa’eera jedhame
Caamsaa 5, 2017 (FMC) - gareen Daandii Qileensaa Itiyoophiyaa imaltoota Haajii fi Umraa baranaaf tajajila geejjibaa miijataa kennuuf qophaa’uu isaa beeksiseera.
Imala…
Aanaa Shanan Dhuuggootti balaa Tiraafikaan lubbuun namoota 11 darbe
Finfinnee, Caamsaa 5, 2017 (FMC) - Godina Harargee lixaa aanaa shanan dhuuggootti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 11 darbuun ibsame.
Balichi Konkolaataan ‘Iyisuuzuun…
Misoomaa fi nageenya waaraa mirkaneessuuf dhaabbileen amantii qooda isaanii cimsuu qabu –…
Finfinnee, Caamsaa 5, 2017 (FMC) - Afrikaatti nageenyaa fi misooma waaraa mirkaneessuuf dhabbileen amantii qooda isaanii ciminaan ba’uu akka qaban Pireezidaanti Taayyee Atsqasilaaseen…
Rooba arfaasaatti sirnaan fayyadamuu barbaachisa – Inistiitiyuuticha
Finfinnee Caamsaa 5, 2017 (FMC) - Rooba yeroo arfaasaa baatii xumuraa jijijjiiramaa roobaa jirutti sirnaan kuusuun fayidaa irra oolchuu akka barbaachisu Instiitiyuutiin Meetiyoorooloojii…
Manni Marichaa Waliigalteewwan Afur raggaasise
Finfinnee Caamsaa 5, 2017 (FMC)- Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa walga'ii idilee 29 ffaa bara hojii 4ffaa har'a gaggeesseen labsiiwwan waliigaltee Afur raggaasiseera.
Manni…
Miidhaa sababa balaa uumamaan qaqqabu dandamachuuf hawaasni akka waltumsu dhaamame
Finfinnee, Caamsaa 5, 2017(FMC) - Rooba cimaa yeroo ammaa ittifufiinsaan roobaa jiru hordofee Godina Arsii Lixaa aanaa Kokossaa gandoota lama keessatti balaa bakakkaa uumameen beelladootaa…