Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaana Cuuphaafi tuurizimii….
Finfinnee, Amajjii 11, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaatti ayyaanota amantaa dirreetti bahuun haala miidhagaafi ho’aa ta’een kabajaman keessaa Ayyaanni Cuuphaa isa tokko.
Ayyaanni kun Ayyaana…
Itiyoophiyaa jabduu ijaaruuf tokkummaa keenya cimsuu qabna- Pirezdaanti Taayyee Atsiqasillaasee
Finfinnee, Amajjii 11, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaa jabduu ijaaruuf tokkummaa keenya cimsuu qabna jedhan Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen.
Ayyaanni Cuuphaa magaalaa Gondar…
Kabaja Ayyaana Cuuphaa Gondaritti
Finfinnee, Amajii 11, 2018 (FMC) - Sirni ayyaana Cuuphaa magaalaa Gondar galaana Cuuphaa Faasiliidasitti geggeeffamaa jira.
Sirna kana irratti Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaasee,…
Ayyaanni Cuuphaa guutuu biyyattiitti haala ho’aa ta’een kabajamaa jira
Finfinnee, Amajjii 11, 2018 ( FMC)- Ayyaanni Cuuphaa guutuu biyyattiitti haala ho'aa ta'een kabajamaa jira.
Ayyaanichi keessumaa magaalaa Finfinnee Hurufa Boombiitti akkasumas magaalaa…
Midhaginni, kennaa fi qabeenyi Itiyoophiyaan hin qabne hin jiru – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajii 10, 2018 (FMC) - Nutu hubachuu dhabe malee, midhaginni, kennaafi qabeenyi Itiyoophiyaan hin qabne hin jiru jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy…
Pireezidaantii Taayyee Atsiqasillaaseen Goondar galan
Finfinnee, Amajjii 10, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen, Ministirri Muummee Itti Aanaan obbo Tamasgeen Xurunaa dabalatee hoggantoonni olaanoo mootummaa Ayyaana…
Kantiibaa Adaanech Abeebeen Haadholii gabaa gullitirratti hirmaataniif Sheedii ammayyaa kennan
Finfinnee, Amajjii 10, 2018 (FMC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen haadholii kutaa magaalaa Lidataatti gabaa gullitirratti hirmaataniif sheediwwan ammayyaa fi…
Sirni Awwaalchaa Artiisti Natsaannat Warqinaa raawwate
Finfinnee, Amajjii 10, 2018 (FMC)_ Sirni Awwaalchaa Artiisti Natsaannat Warqinaa Bataskaana Sillasee Kaateediraalitti raawwateera.
Sirna awwaalchaa kanarratti Qondaaltoonni olaanoo…
Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon deeggarsa Wiilcharii taasisan
Finfinnee, Amajjii 10, 2018 (FMC)- Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon qaama miidhamtoota Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaa Godina Beenchi Shakkoo magaalaa Amaan jiraataniif deeggarsa…
Humnaa fi cimina qabnu dhaloota dhufuuf akka darbutti mul’isuun nurraa eegama – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajjii 10, 2018 (FMC) - Humnaa fi cimina qabnu dhaloota dhufuuf akka darbutti qabeenya Itiyoophiyaa mul’isuun nurraa eegama jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…